Get Mystery Box with random crypto!

Buufamiinsaa fi walitti qabamiinsa Qur'aanaa Leenji kutaa 2ffa | Al-risala-tube

Buufamiinsaa fi walitti qabamiinsa Qur'aanaa
Leenji kutaa 2ffaa keessatti kan ilaallu.

#Akkaataa Qur’aanni Walitti Qabamee Akkuma beekkamu Qur’aanni addaan ciccituun yeroo adda addaa keessatti buufamaa ture.

#Haa ta’uu malee Qur’aanni tartiiba isaa eeggatee walitti qabame jira. Walitti qabama fi tartiiba Qur’aanaa bakka lamatti qoonne ilaalu dandeenya. Isaaniis:

Qur’aana qomatti qabachuu fi barreefamaan walitti qabuudha. inshaa'allaah bal'inaan ilaalla
.

https://sammubani.com

@risalaTube