🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

#Jecha_hayyuu #Adeemsa kee hunda keessatti jihaa 4 ilaalaa de | Al-risala-tube

#Jecha_hayyuu

#Adeemsa kee hunda keessatti jihaa 4 ilaalaa deemuudha qabda:

︎Mirga kee Miseensa keetiitu jira.

︎Bitaa kee diina keetiitu jira.

︎Duuba kee seenaa keetiitu jira,

︎Fuul dura kee karoora keetiitu jira.

#hunda madaala eegaa deemuutu sirratti jira.