🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

#Iddoowwan biyya keenyaa hedduutti yeroon kuni yeroo waan faca | Al-risala-tube

#Iddoowwan biyya keenyaa hedduutti yeroon kuni yeroo waan facaasani dachiin namaa biqilchite itti sassaabatani, riziqii argataniin gammadaniidha, akkuma sana haqa rabbii zakaa yookaa dhoortuu keennachuunis dirqama amanti ruknii islaamaati, Barruu waa'ee zakaadhaa Africa Akkaadaamiin haala gaariin barsiise kanarraa waa hedduu irraa argattu inshaa'allaah.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
إِنَّمَا ٱلصَّدَقَٰتُ لِلۡفُقَرَآءِ وَٱلۡمَسَٰكِينِ وَٱلۡعَٰمِلِينَ عَلَيۡهَا وَٱلۡمُؤَلَّفَةِ قُلُوبُهُمۡ وَفِى ٱلرِّقَابِ وَٱلۡغَٰرِمِينَ وَفِى سَبِيلِ ٱللَّهِ وَٱبۡنِ ٱلسَّبِيلِۖ فَرِيضَةً مِّنَ ٱللَّهِۗ وَٱللَّهُ عَلِيمٌ حَكِيمٌ

﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
Bifa Warreen Zakaan Kennamuuf: Gosa saddeettu jira. Isaanis:
1)hiyyeeyyii homaa hin qabne
2)miskiinota qabeenya ga’aa hin qabne
3)Warreen zakaa qindeessuu irratti hojjatan
4)Namoota gabrummaa irraa
bilisoomsuuf
5)Namoota haaraa Islaamatti seenuu fedhaniif
6)Namoota idaan qabamaniif
7)Qabsoo karaa Rabbii keessatti godhamuuf;
8)Nama imalarra jiru kan hajamaa ta’eef kennama.