🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

☆Gaaffiif deebii marsaa 105ƒƒαa ☆ Boqonnaa sammuu (peace of mi | Al-risala-tube

☆Gaaffiif deebii marsaa 105ƒƒαa
☆ Boqonnaa sammuu (peace of mind) kutaa 3ffaa
____
[1] Sheyxaana jala bahuuf isa waliin qabsaa’u osoo hin ta’iin, Rabbiitti isa mangafachuu fi du’aayi gochuudha.

#A | Dhugaa #C| Lakki

[2] Maaltu sammuu nama jabeessa/qara? jechuun gaafatame Abdullah Muhammad bin Isma’il deebisaan...

#A | Dalagaa malee Yeroo heddu boqachuu.
#B | Yeroo hundaa kitaaba keessa ilaaludha/dubbisuudha.
#C| Yaada heddumeessuu.
#D| Hunda

[3] ........... Brainwash (yaada qabatan akka jijjiran godhuu meeshaa waraana isa badaa ta’ee jira.) dhugaa soba,soba dhugaa fakkeessun sitti dhiheessa.
#A| Hiriyyaa badaan #B| Kitaabilee gargaraa
#C| Miidiyaan hawaasaa #D| Deebii hin qabu.

[4]Beekkamaa ta’uuf dharra’uun miidhaan inni qabu.

#A| sammuu namaa jeeqa
#B| Iklaasa nama dhabsiisa.
#C| Dhippina namaa dabala
#D| Hundaa

[5]Waa’ee  beekkama ta’uuf dharra’uu abbootin salafaa keenya maal jedhu?

[6]Waantoota Boqonnaa Sammuu akka argannu nu qarqaarn kutaa kana keessatti eeramn muraasa.........

maqaa hin irraanfatinaa!!
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
※ yeroon deebiin itti xumuuramu.
※ hanga salaata fajrii 11:00 .

※ ြၜAl-risala-tube
※ ြၜGaarommina qalbii.
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※