Get Mystery Box with random crypto!

Daandii Jijjiramaa-Kutaa 1ffaa Jijjirama yeroo jennu amala to | Al-risala-tube

Daandii Jijjiramaa-Kutaa 1ffaa

Jijjirama yeroo jennu amala tokkorraa gara amala biraatti darbuu jechuudha. Daandii yeroo jennu immoo karaa irra adeemanii bakka ga’uumsa gahaniidha. 

Namni daandii qajeela irra yoo hin deemin kallatiin bakka ga’uumsa waan jalaa baduuf karaa bada, bakka deemu hin beeku. Ilmi namaa amala jijjirama qaba. Badaa irraa gara gaaritti yookin immoo gaarii irraa gara badatti jijjiramutu jira.

Bal'inaan -https://sammubani.com/2015/10/24/dj1/#.YeA2F5WEZzA