Get Mystery Box with random crypto!

Fazakkir/Yaadachiisi! ﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩ #Rabbiin [s.w] d | Al-risala-tube

Fazakkir/Yaadachiisi!
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

#Rabbiin [s.w] dhimma kana irra deddeebiin nu yaadachiisee, nu gorse ammallee dubbiin jabduu ta'urraa irra deddeebiin nu dinniine yookaa nu sodaachise.

#Sunis guyyaa guddaa tokkootu dhufuu jira, guyyaa jajjaba, gaafa sana keessa ilmi namaa walirraa dheessa, warra fagoo qofaami, warra duniyaa irratti walii mararfatu kan akkaan walitti dhihoodhaatu walirraa dheessa.

•Guyyaan suni guyyaa Namni ykn obboleessi, obboleessarraa dheysu.

•Kan ilmi haadhaa fi abbaadharraa dheysu.

•Guyyaa saahibni yookaa jaarsi fi jaartiin walirraa dheysu.

•Guyyaa abbaan ilmaan isarraa dheysu.

#Gaafas namni tokko, Nama birootiin maal taate kan hin jenne, maalif? Nama hundaa guyyaa qiyaama san, waan nabsee isaa malee dhimma nama biraa yaadatuu dhoowwutu jira. Yaa Rabbi na baasi malee ykn akkamin tayaa malee nama biraatii hin yaaddawu.

Gaafs fuull warra Rabbitti amanee ni ifa, koflee gammade, Ammoo fuulli warra Rabbitti kafree guyyaa qiyaamaa sana dhukkeen ni hagooydi ni gurraachoma.