Get Mystery Box with random crypto!

Ramadaanni Waggaa dabree yeroo sirraa xumuramu wantoota itti g | Al-risala-tube

Ramadaanni Waggaa dabree yeroo sirraa xumuramu wantoota itti gaabbite heddduutu jira. Isaan keessaa....

Qur'aana kan fixxee yeroo xiqqaa ta'uun

salaata haalkanii irratti hirdhina sirra jiruun

sadaqaan keennite xiqqaa ta'uun

namoota lulluuqqachiisuu dhabuu keetin

wantoota hin eyyamamiin laaluufi dhageefachuu keetin

walitti dhufeenya hiriyootaa fi maatii kee wajjiin qabdu gaarii ta'uu dhabuun

dadhabina zikrii irratti qabduun

salaata jama'aadhaan salaatuu dhabuu keetin ta'uu danda'a.

eeganaa Rabbiin si milkeessee ramadaan kanaan yoo siin gahe, ramadaan baranaa ka bara tareetin maalin addaan baasuu yaadde? Moo yaadni kee haalu walfakkaatun dabarsuu dha?