🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Dalagaa toltuu dalaydu hunda suuraa kaastee galmee isaa qabach | Al-risala-tube

Dalagaa toltuu dalaydu hunda suuraa kaastee galmee isaa qabachuuf dirqama hin qabdu.

Dalagaa kanaaf rabbiin malaa'ikaa galmeessitu ramadee waan jiruuf hedduu if hin rakkin.

" Kabajaa fi qalbii warra waa kenninuuf saniif haa dhimmamnu !
"
# وَإِنَّ عَلَيۡكُمۡ لَحَٰفِظِينَ * كِرَامًا كَٰتِبِينَ *

يَعۡلَمُونَ مَا تَفۡعَلُون
Sura Al-infitar