🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Dhaamsa pirezdaantii Majlisa fedraalaa # Shekh_Hajjii_Ibraahi | Al-risala-tube

Dhaamsa pirezdaantii Majlisa fedraalaa

# Shekh_Hajjii_Ibraahiim irraa nugahe:
sagantaa Qur'aanaatiif istaadiyeemiin nuuf hayyamameera alhamdulillaahi rabbil aalamiin.
kanaafuu warri sagantaa quraanaatiif iddoo faffagoo irraa dhuftan haga guyyaa boruutti finfinnuma turtanii sagantaa irratti akka hirmaattan isin hubachiifna.

Tattaaffii jaabaa majlisni ce'umsaa perezdaantii Hajji Ibraahim Tufaatiin hoogganamu taasiseen waldorgommiin Qur’aanaa idil-addunyaa biyya keenyatti qophaa'e guyyaa borii jechuunis Waxabajjii 6 Wiixata Istaadiyooma Finfinneetti gaggeefama. Qaamoliin sagantaan har'aaf qabamee ture akka gufatu taasasanis seeratti akka dhihaataniif hojjatamaa jira.

#harun_media