Get Mystery Box with random crypto!

Sheek Jamaal Muusaa Jiloo perezidaantii mana maree waliigala I | Al-risala-tube

Sheek Jamaal Muusaa Jiloo perezidaantii mana maree
waliigala Islaamummaa naannoo Oromiyaa ta'uun filaman.
Manni marii waliigala dhimmoota Islaamummaa naannoo
Oromiyaa perezidaantii haaraa mana marichaa filateera.
Perezdaantiin mana marichaa duraanii sheek Hajjii Ibraahim
Tufaa mana marii dhimmoota Islaamummaa federaalaatti
perezidaantummaan filamuu sababeeffachuun majlisni
Oromiyaa yaa'ii kanaan Sheek Jamaal Muusaa bakka isaanii
buusuun filateera.