🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Baatiin Zulhijjaa Kamisa jalqaba. ----------------------- | Al-risala-tube

Baatiin Zulhijjaa Kamisa jalqaba.
----------------------- ----------------------

Guyyoota 10nan ji'a ZulHijjaa keessatti argaman keessa, Ibaadaan goonu mindaa gurguddoo qaba, Namni guyyoota kurnan kana soommanuuf qophii ta’e, kamisa irraa eegala.
----------------------- ----------------------
Kana malees ibaadawwan biroo danuutu jiru, kanneen akka

-Haajjii fi Umraa
-Salaata Jama'aan Masjidatti Salaatuu
-Qur'aana Qara'uu
-Zikrii baay'isuu
-Sadaqaa Sadaqachuu.
-Rabbii kadhachuu
-Salawaata Buusu
Ud-hiyyaa qaluu fa'a, fi kan biroos hedduudha, rabbi nuu haa laaffisu.