🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

#Guddina buliin kurnan zulhijjah qaburraa. •Hojiin tokko rabb | Al-risala-tube

#Guddina buliin kurnan zulhijjah qaburraa.

•Hojiin tokko rabbi biratti irra qulqulluu, ol'aanaa ta'ee argame hin jiru, akkasuma irra ajriin isaa guddaadhaa, kan gabrichi hojjetu, irra qulqulluu kan rabbi biratti ajrii guddaa, guyyaa kurnan zulhijjah kanarra.

•Caalaan hojii hojjetamu duniyaa guutuu keessa osoo jihaadaas ta'e, namicha yaabbi, qabeenyaa fi lubbuu isaatiin jihaadaaf baye, kan homaanu hin deebi'in kan achumatti shahiide yoo ta'e malee.

ما فضل أيام عشر ذي الحجة


ما العَمَلُ في أيَّامٍ أفْضَلَ منها في هذِه؟ قالوا: ولَا الجِهَادُ؟ قَالَ: ولَا الجِهَادُ، إلَّا رَجُلٌ خَرَجَ يُخَاطِرُ بنَفْسِهِ ومَالِهِ، فَلَمْ يَرْجِعْ بشيءٍ