🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Riyadul Jannah Tarbiya Team

Logo of telegram channel sanduyusra — Riyadul Jannah Tarbiya Team R
Logo of telegram channel sanduyusra — Riyadul Jannah Tarbiya Team
Channel address: @sanduyusra
Categories: Uncategorized
Language: English
Subscribers: 945
Description from channel

🔈Da'awaa haala yeroo
🔈Seenaale ulamai,sahabota fi ambiyota
🔈Odeyfanno waytaawa fi goosota barnota biraa arkachuf Riyaadul Jannaa Tarbiya Team link isa join godhun bilisan fayyadamaa.

Ratings & Reviews

2.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

2


The latest Messages 17

2021-01-14 21:08:35 Gaafii Dorgommii Irratti hirmaadha irraa baradha dorgomaa injifadhaa. Gaafiile armaan gadii deebisi 1-Rassuula fi Nabiyyiin xumuraa eenyu? 2-Mujizaa guyya Nabi Muhammad (SAW) dhalate mullatte 2 himi. 3-Umar Abdulaziz khaliifoota keessa…
242 viewsHaafizo Haafize, 18:08
Open / Comment
2021-01-11 00:18:16 Gaafii Dorgommii

Irratti hirmaadha irraa baradha dorgomaa injifadhaa.

Gaafiile armaan gadii deebisi

1-Rassuula fi Nabiyyiin xumuraa eenyu?
2-Mujizaa guyya Nabi Muhammad (SAW) dhalate mullatte 2 himi.
3-Umar Abdulaziz khaliifoota keessa enyutu akaakoo tahaaf?
4-Jiota 4 kan Rabbiin guddise himi.
5-Rassuulli (SAW) Hajjii meqa godhan?

Bonus
6-Abbaan Ahmed ilmaan 4 qaba tokko maqaan isaa Muharrami kunis Rajab kaaniis Zulqiidaadha kan afreysa eenyu?

Deebi'i asiin @Humaa_bot nuuf ergaa
Carraa Gaarii
Media @Riyaduljanna
1.4K viewsHaafizo Haafize, 21:18
Open / Comment
2021-01-10 08:51:15
243 viewsHaafizo Haafize, 05:51
Open / Comment
2021-01-10 08:42:13 Sagantaa buhaarti kana caqasa Asoosamni Hawaaja kutaan 4 asumarra jira. Rakko saganta kana @Humaa_bot irratti nuuf ergaa.
252 viewsHaafizo Haafize, 05:42
Open / Comment
2021-01-07 15:00:51 Wanni kun drama fakkaata heddu nama buhaarsa. Ergaas guddo qaba itti banadha mee. @Humaa_bot irratti yaada erga.
303 viewsHaafizo Haafize, 12:00
Open / Comment
2021-01-06 19:13:58 Dhimma Masjiida Najjaashii irratti Masjlisni dhimma islaamaa xoophiya ibsa baase.

Media Riyaadul Jannaa
Amajjii 06/2021

Majlisni ibsa arra baasee kessatti qaama masjiida najjaashi haleele san balaaleyfate jira. Gama biraatin mootumma wajjin tahun qaamni san seeraaf akka dhiyaatu nigoona ja'ee.

Dubbiin tun garu islaamaa tuffachiisuudha. Majlisni islaamaa kun Osoo dhugumatti amantii tenya tanaaf quuqama qabaate qaama masjiida diigu nibalaaleyfanna jachu Osoo hin taane, Tarkaanfii fudhachu akka qabu beysisu qaba ture. Ummanni muslimaa tarkaanfii fudhachu hin dandahu muslimni sodaatadha akka nuun ja'an majlisa Fedraalaatu nugodhe. Yoo waan biraa dadhabne bannee balleysuu hin dadhabnu. Masjiida 37 dhabne usun du'a tenya agarsiisa. Yaada kessan waahe masjiida irratti @Humaa_bot kana gubbaan nuuf barreysaa.

Media @Riyaduljanna
287 viewsHaafizo Haafize, 16:13
Open / Comment
2021-01-03 08:43:07 Hawaajni akkuma nyaata mi'eeysu san isinittis mi'aawu isaa abdii qabna. Garuu yaada kessan feena @Humaa_bot irratti barreysa.
313 viewsHaafizo Haafize, edited  05:43
Open / Comment
2021-01-01 20:52:08 Magaalaa gudditti shawaa Baha kan taate Magaalaan Adaamaa torbaan kana Ulamaai 2 arkachuun badhaafamte. Guyyota 4 dura Daaii beekkamaa Sheik Amiin Ibro kan simatte Magaalaan Adaamaa guyya arra Dr Sheikh Jibril Qamar Sudan Kartum kan turan arra Adaamaan simachaa oolte.
______
Oduu biraatiin ummanni Palestine diina isaaniti kan muslimaa kan taate Israel daangaa west bank irratti wal haleelaa oolan.

Odeyffanno dhimma islaamaa addunyaa saffisan arkachuuf Media @Riyaduljanna join godhaa.
331 viewsHaafizo Haafize, 17:52
Open / Comment
2020-12-31 22:38:27
267 viewsÀýýųb Šmãŕț, 19:38
Open / Comment
2020-12-31 22:37:59 Salluu Alaa Rasuulillah
237 viewsÀýýųb Šmãŕț, 19:37
Open / Comment