Get Mystery Box with random crypto!

Seeqaa memes 😂

Logo of telegram channel seeqaa — Seeqaa memes 😂 S
Logo of telegram channel seeqaa — Seeqaa memes 😂
Channel address: @seeqaa
Categories: Entertainments
Language: English
Subscribers: 1.55K
Description from channel

Seequun qoricha!
Garuu sababa malee seeqxa taanaan dawaa si barbaachisa
Dawaan isaas nubira jira😂😂😂
🎯Suuraalee... 😂
🎯GIF...😂
🎯Suur-sagalee... 😂
🎯Barreeffamaan... 😂
✰ Adaraa akka nu jalaa hin gaggabne
Yaada keessan👉 @seeqaabot nuu qoodaa

Ratings & Reviews

2.00

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

1

1 stars

1


The latest Messages

2022-07-14 15:24:31 Seeqaa memes pinned « ODUU GAMMACHIISAA Akkam jirtu ijoollee Oromoo. Oduu dansaan isiniif qabadhee dhufe. Hojii online ni barbaadduu? Salphumatti xaarii tokko malee galii guddaa argachuu feetuu? Maarree Dhaanbanni FN90 jedhamu…»
12:24
Open / Comment
2022-07-14 15:24:19
ODUU GAMMACHIISAA


Akkam jirtu ijoollee Oromoo.
Oduu dansaan isiniif qabadhee dhufe.
Hojii online ni barbaadduu?
Salphumatti xaarii tokko malee galii guddaa argachuu feetuu?
Maarree Dhaanbanni FN90 jedhamu dhaabbata beeting waliin hariiroo uumuun hojii online galii guddaa argamsiisu nuuf fidaniiru
Dhaabbatni kubbaa miilaa 'FN90 football' jedhamu tokko kan eeyyama daldalaa mootumaa Ameerikaa irraa argateeru fi seera qabeessa kan ta'e namoota qacarsiisee hojjachaa jira.
Hojiin kunis hojii online'n hejjatamu kan ta'ee fi hojii baay'ee salphaa ta'ee fi bilbilaan hojjatamudha.
Hojiin kun hojjatamu ganama sa'aatii 4:30 irratti fi waaree booda sa'aatii 11:30 irratti kan hojjatamu fi daqiiqaa lama (2) Keessatti cuqaasuun (Click) kan xumuramudha.
Kunis $10 fi isaa ol deposit gochuun kan jalqabamuudha.
Ammuma jalqabaa galmaa'aa.


Doolaar 10 deposit yoo gootan
Ji'a tokko keessatti doolaara 24tti isiniif guddata.
Doolaaar 30 deposit yoo gootan ji'a tokko keessatti doolaara 72tti isiniif guddata
Qarshii itoophiyaatti 72*85=6120 jechuudha.
Namni doolaara 30 deposit godhe ji'a 4 gidduutti birrii 80000 ol hojjeta.

Kanfaltii isaa account paxful.com banuudhaan kanfaltu.

Ani hojjechaan jira. Gaaffii yoo qabaattan karaa kana na qunnamaa
@eddaa_a

Seenuuf link kana fayyadamaa
https://www.fn90.com/#/pages/register/index?share_code=42666869
168 views12:24
Open / Comment
2022-06-20 14:02:17
Doolaara Online namoonni hojjechuu barbaaddan dafaa galamaa'aa

Odeeffannoo dabalataaf channel kana gadii join godhaa
https://t.me/Fn90footballl
176 views11:02
Open / Comment
2021-07-02 13:31:35 Watch "Maal Mallisaa - Hachalu Hundessa new album 2021 | Sirna yaadannoo waggaa 1ffaa" on YouTube


155 views10:31
Open / Comment
2021-02-11 23:19:54 Watch "Eebba Obbolootakoo | Baga ittiin isin gahe naa jedhaa" on YouTube


497 views20:19
Open / Comment
2021-01-17 09:40:43 Watch "Tapha bareeda SBA Babba waliin | Jaalallee meeqa qabatteetta hanga ammaa? | Edo BM Ft. Adama Tube" on YouTube


926 views06:40
Open / Comment
2021-01-08 08:09:10 Watch "Baga Ayyaana Gannaan isin gahe - Merry Christmas" on YouTube


973 views05:09
Open / Comment
2020-12-02 00:58:14 -> Intala oduu jaalattu tokkotu utuu bakka hojii deemtuu balaan konkolaata uumamee karaan cufamee bira geessee "na dabarsaa mee maaloo kan miidhame kun obboleessa kooti " jette.
Garuu konkolaataan kan rukute yoo maal ta'e gaariidha
...
...
...
harree


@seeqaa
1.7K views21:58
Open / Comment
2020-11-22 01:23:11 Oduu simbirtuu

MM Dr. Abiy Ahimadi fi aktiivistii Jawaar Mohaammad gaaffiif deebii iccitiidhaan waliin taasifame viidiyoodhaan gadhiifamee jira. 'PLAY' isa jedhu tuquun tolaan ilaaluu dandeessu


PLAY
️ ️️

Download
897 views22:23
Open / Comment
2020-11-08 13:44:52 Oduu simbirtuu

MM Dr. Abiy Ahimadi fi aktiivistii Jawaar Mohaammad gaaffiif deebii iccitiidhaan waliin taasifame viidiyoodhaan gadhiifamee jira. 'PLAY' isa jedhu tuquun tolaan ilaaluu dandeessu


PLAY
️ ️️

Download
504 views10:44
Open / Comment