Get Mystery Box with random crypto!

Seeqaa memes 😂

Logo of telegram channel seeqaa — Seeqaa memes 😂 S
Logo of telegram channel seeqaa — Seeqaa memes 😂
Channel address: @seeqaa
Categories: Entertainments
Language: English
Subscribers: 1.55K
Description from channel

Seequun qoricha!
Garuu sababa malee seeqxa taanaan dawaa si barbaachisa
Dawaan isaas nubira jira😂😂😂
🎯Suuraalee... 😂
🎯GIF...😂
🎯Suur-sagalee... 😂
🎯Barreeffamaan... 😂
✰ Adaraa akka nu jalaa hin gaggabne
Yaada keessan👉 @seeqaabot nuu qoodaa

Ratings & Reviews

2.00

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

1

1 stars

1


The latest Messages 2

2020-11-05 07:11:42 Oduu simbirtuu

MM Dr. Abiy Ahimadi fi aktiivistii Jawaar Mohaammad gaaffiif deebii iccitiidhaan waliin taasifame viidiyoodhaan gadhiifamee jira. 'PLAY' isa jedhu tuquun tolaan ilaaluu dandeessu


PLAY
️ ️️

Download
689 views04:11
Open / Comment
2020-10-19 21:38:02 Tapha bashannansiisaa | new oromo comedy 2020



1.6K views18:38
Open / Comment
2020-10-18 13:28:46

1.7K views10:28
Open / Comment
2020-10-04 15:43:01 Seeqaa memes pinned «

12:43
Open / Comment
2020-10-04 15:42:57

2.0K views12:42
Open / Comment
2020-08-22 23:56:49 Facebook yoo baayyistuu fi Abbaa kee

Abbaa: Adaraa ilmako akkaataan itti facebook gargaaramtu kun gaarii miti yoo sitti hafehoo...?
Ilma: Abbaa ko comment kee fudhadheera. Garuu yoo mara online ta'uun maal rakkoo qaba.
Abbaa: Rakkoo qaba malee, Yeroo dheeraa facebook gubbaatti dabarsuu keerraan kan ka'e Aadaa dagattee jirta beeki..
Ilma: Hin dogoggorin abba an aadaa sirriittin beeka.
Abbaa: Mee erguma beeka jettee duraa duuba ittiin hoolaan qalamu natti himuu ni dandeessaa?
Ilma: Abba kun cimeetiiree..? Jalqabarra gabaa deemtee search goota..
Abbaa: Ni barbaadda jechuu keetii?
Ilma: Eeyyee abba.
Abbaa: Tole achiihoo..
Ilma: achiin booda mana fiddee lafarratti download goota.
Achiin boodas morma isaa cut gootee, gogaa isaa irraa remove goota..
Achiin booda garaasaa open gochuun applicationoota achi keessa jiran hunda gadi baasta.
Abbaa: ohoo.. kee raajuma itti aanseehoo..
Ilma: Itti aanseemmoo application baasne sana Foldera keessa keenya
Abbaa: Gabataa gubbaa goona jechuu keetii.. achiihoo
Ilma: Achiimmoo gosa foonii like goone filannee garaa keenyatti possatuudhaka abba..
.
.
.
.
.
.
.Abbaa: Waan tokko dagatte ilmako.. warri ollaa keenyaa share akka godhanitti invite gochuu qabna
......

Maal eegduree?
Share
Invite

@seeqaa
@seeqaa
3.2K views20:56
Open / Comment
2020-08-22 23:29:53 Atii ta'eee qis qis jedhee bo'aa jiru gaafa Jaalasiin kee tokko sitti dhufe bo'aa jirta sa? siin jedhu....
.
.
.
Lakkii Lakkii Bo'aa hin jiru, Ija kootiinan Fincaana jira.
2.4K views20:29
Open / Comment
2020-08-22 21:54:02
@seeqaa
2.3K views18:54
Open / Comment
2020-08-21 12:23:23

2.1K views09:23
Open / Comment
2020-08-12 22:22:00

2.2K views19:22
Open / Comment