🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

QAROO-OnlineLearn

Logo of telegram channel qarooonlinelearn — QAROO-OnlineLearn Q
Logo of telegram channel qarooonlinelearn — QAROO-OnlineLearn
Channel address: @qarooonlinelearn
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 9.52K
Description from channel

🌟Teachers and students help center channel
📚university students
📚 Dept books
📚fresh man course
📚Grade 9 - 12
📚Grade 5 - 8
📚Grade 1 - 5
↪Share and Support your friends
🌟Qaroo'n argartuudha ( ija 👁👁)
Inbox 📩 @QarooOnlineLearnBot
.

Ratings & Reviews

2.00

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

2


The latest Messages 2

2022-11-08 19:41:06 TikTok hojjechuu eegaltanii followers fi like dhabdanii jirtu taanaan Amma furmaanni argameera. Appilikeeshinii kana fayyadamuun, Guyyaa tokko keessatti followers 1000 argachuu dandeessu.

Aappicha ofii kiyya itti gargaaramaan jira link gadii tuquun seenaa buufadhaa. Kunooti


https://shager.kanapress.com/2022/11/08/hordoftoota-tiktok-bilisaa-2022-argadhaa/
755 views16:41
Open / Comment
2022-11-07 14:21:32 New curriculum  Students Text Book
Share and join


        @QarooOnlineLearn
        @QarooOnlineLearn
All Books In One
280 views11:21
Open / Comment
2022-11-07 14:21:11 New curriculum  Students Text Book
Share and join


        @QarooOnlineLearn
        @QarooOnlineLearn
All Books In One
280 views11:21
Open / Comment
2022-11-07 14:20:52 New curriculum  Students Text Book
Share and join


        @QarooOnlineLearn
        @QarooOnlineLearn
All Books In One
277 viewsedited  11:20
Open / Comment
2022-11-07 14:20:39 New curriculum  Students Text Book
Share and join


        @QarooOnlineLearn
        @QarooOnlineLearn
All Books In One
258 views11:20
Open / Comment
2022-11-07 13:34:05 Kabajamoo Dr. Artist Alii Muhammad (Alii Birraa) eenyu ture?

- Artist Alii Birraa kan dhalate (bara 1940 Dh.K.D) fi kan guddate Magaalaa jaalalaa, tokkummaa kan taate dirre dawaatti.

- Maqaan haadha fi abbaan isaaf moggaasan Alii Muhammad jedhama.

- Maqaan "Alii Biiraa" jedhu bara 1963 magaalaa DirreDawaatti, yeroo dargaggoonni dandeettii muuziqaa qaban, ofii isaa Alii Mohaammad dabalatee, walitti qabamee gurmaa'anii muuziqaa Afan Oromoo taphachiisuf turetti, garee sana keessa Alii saditu ture (Ali Shebo, Ali Ahmed Ali / Ali Tuche, fi ofii isaatii Alii Mohammed) adda baasuuf, Hojii muuziqaa isa jalqabaa fi dinqisiifamaa "Birraan Bari'ee" jedhuun maqaa Alii Birraa jedhu argateera. Kana booda paaspoortii, ID isaa irratti Alii Biiraa jedhamee waamamuu eegale.

- Artiist Alii Birraa; Umurii isaa waggaa 14tti garee muuziqaa Dirredawa "Afranqalloo (The Four Children of Qallo)" jedhu keessatti hojii muuziqaa jalqabe. (Miseensonni baandichaa dargaggoonni garee B keessaa umuriin didiqqoo turan. Alii Birraan hojii isaa isa jalqabaa keessatti baay'ee beekamaa waan ta'eef garee A tti makame.)

- Artist Alii Birraa bara jireenya isaa waggaa 50 muuziqaa keessa ture. Albamii fi sirboota tokkicha hedduu hojjateera. Biyyoota addunyaa keessa naanna'ee hojiiwwan muuziqaa isaa dhiheesseera.

- Artist Alii Birraan Afaan Oromoo, Hadar, Somaalee, Amaariffa, Afaar fi afaan biyya alaa irraa afaan Ingiliffaa fi Ispeeniin sirbuu irratti dandeettii ajaa'ibaa qaba ture. Meeshaalee muuziqaas taphachaa kan ture yoo ta'u, qindeessaa sirbaa fi walaloo ture. Afranqalloon alatti garee muuziqaa adda addaa keessattis hojjetee jira.

- Afaan guddinna Afaan Oromoo keessatti gahee guddaa kan qabu yoo ta’u, artistoota hojii aartii isaa waliin itiyoophiyanota walitti hidhuudhaan, jaallachuu fi wal bira qabuun ummata Oromoo guutuu fi ummata Itoophiyaa guutuu biratti artistii gammeessa jedhaman keessaa isa jalqabaati.

-Gumaacha gaarii bara jireenya isaa keessatti taasiseef; Biyya keessaa fi biyya alaa keessatti badhaasa hedduu badhaafameera.
Fkn: Dirredawaa fi Jimmaa irraa Doktarummaa kabajaa argatee, Dirredawaatti paarkiin tokko moggaafameef, Adaamatti  daandiin tokko moggaafamefi jira. Naannoo Oromiyaatti badhaasni addaa Nishaan kennameef... Beekkamtii fi badhaasa biroo hedduu argateera.

-Kabajamoo Dr. Artist Alii Birraa haadha warraa isaanii waliin ta'uun dhaabbata naamusaa "Birra Children's Education" jedhamu hundeessuun "barnoota daa'immaniif" deeggarsa taasisaniiru.

- Dr.Artist Alii Birraa kaleessa umrii waggaa 75tti addunyaa kanarraa boqote.

Kana qofa miti....Kun gabaabinnaani...

@QarooOnlineLearn
@QarooOnlineLearn
388 views10:34
Open / Comment
2022-11-07 01:31:57
Galma aadaa keenya
Eegaa seena keenyaa
Kallachaa tokkummaa
Hundee bilisummaa
Afaan Oromoo
Hundee Oromummaa
Gurratti mi'aawaa
Yaa'aa sagalee kee
Cirracha bishaani
Baay'innii jecha kee
Kan rafee dammaqsaa
Weeyduf walaloon kee
Lakka'amee hin dhumu
Hibboo fi makmaaksii kee

Galata guddaa dhaloota bira qabda!
Goota foontu du'a malee hojiin hin du'u"

Nagaan boqadhu kabajamoo Dr. Artist Ali Birraa!
Rest in peace Legend Dr. Artist Ali Bira!

https://t.me/Qaroo_koo
https://t.me/Qaroo_koo
40 views22:31
Open / Comment
2022-11-03 18:19:49
Akkamitti hordoftoota (follower) TikTok Baayinaan Argachuu dandeenya.?.... guutummaa isaa as irra dubisaa

https://shager.kanapress.com/2022/11/02/akkamitti-hordoftoota-tiktok-baayinaan-argachuu-dandeenya/
697 views15:19
Open / Comment
2022-10-21 15:58:48
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa marsaa 2ffaaf barattoota Saayinsii Uumamaaf kennamaa ture xumurameera.

Qormaanni kun yeroo jalqabaaf Yuunivarsiitiitti barattoota kuma dhibba 9 oliif buufataalee qormaataa 130 keessatti  kannameera.

Qormaanni marsaa 2ffaa barattoota Saayinsii Uumamaaf Onkololeessaa 8 eegalee hanga guyyaa har’aatti laatamee tures nagaan xumuramuu Ministeerri Barnootaa beeksiseera.

Adeemsi kenniisa qormaataa bara kanaa hannaa fi walirraa waraabuu hambisuurratti bu’aa qabeessa kan ture ta’uu ibseera.

Info   WWW.QAROO.ORG

More @QarooMagazine
3.5K views12:58
Open / Comment
2022-10-14 19:20:43
Barattootni Qorumsa Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa qoratamuuf guyyaa boruu irraa eegaltanii gara Yunivarsiitiiwwan itti ramadamtanii adeemsa akka jalqabdan ni beekama.

Kanaafuu, gara Yunivarsiitiiwwanii qabattanii deemuu kan_hinqabne (dhoorkaa) ta'an;

#Moobaayiliifi meeshaalee elektirooniksii kamiyyuu, meeshaalee qara qaban qabatanii mooraa Yunivarsitii seenuu yaaluun guutumaa guututti qorumsa irraa nama_haqsiisa.

Walumaagalatti, Sagantaan:-

Guyyaa 5-6 gara Yunivarsitii seenu.
Guyyaa 7 Orientation ni kennama.
Guyyaa 8-11 qormaata fudhatu.
Guyyaa 11 gara manaa galu.

Meeshaalee dagachuu hin qabne keessaa
- Uffata halkanii
- Qalama (Pen)
- Irsaasii (Pencil)
- Haqxuu
- Qartuu
qabattanii akka deemtan isin beeksifna.

Hubachiisa:-  Dubartootni ulfaafi daa'ima irraa adda buluu hindandeenye qorumsa Biyyolessaa  marsaa lammaffaa kennamu irratti wanta qoramtaniif hin yaadinaa isiniin jenna.

Karaa Nagaafi Carraa Gaarii Isiniif hawwina.

Info   WWW.QAROO.ORG

More @QarooMagazine
5.1K views16:20
Open / Comment