🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

QAROO-OnlineLearn

Logo of telegram channel qarooonlinelearn — QAROO-OnlineLearn Q
Logo of telegram channel qarooonlinelearn — QAROO-OnlineLearn
Channel address: @qarooonlinelearn
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 9.52K
Description from channel

🌟Teachers and students help center channel
📚university students
📚 Dept books
📚fresh man course
📚Grade 9 - 12
📚Grade 5 - 8
📚Grade 1 - 5
↪Share and Support your friends
🌟Qaroo'n argartuudha ( ija 👁👁)
Inbox 📩 @QarooOnlineLearnBot
.

Ratings & Reviews

2.00

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

2


The latest Messages 8

2022-08-19 17:06:07
Galmeen barattoota manneen barnootaa naannoo Oromiyaa Hagayya 23/2014 kan eegalu ta’uun ibsame

Galmeen barattoota manneen barnootaa naannoo Oromiyaa Hagayya 23/2014 kan eegalu ta’uu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksisee jira.

Galmeen barattootaa manneen barnootaa naannichaa hunda keessatti Hagayya 23/2014- Fulbaana 08/2015tti kan gaggeeffamu ta’uu Hogganaan biirichaa Dr. Tolaa Bariisoo ibsanii jiru.

More t.me/QarooMagazine

Join Facebook page
Www.facebook.com/QarooMagazine
3.7K views14:06
Open / Comment
2022-08-17 22:14:18 #ExitExam
Ministeerri barnootaa bara itti aanu, bara barnootaa 2015tti kan eegalu, qormaata gahuumsa Ogummaa akkaataa keenniinsa qormaatichaa irratti, #Qajeelfama isaa qopheessuun, dhaabbata barnootaaf raabsuun isaa ni beekama.

Akka seera Qajeelfamichaattis:-

Qormaanni Gahuumsa Ogummaa barattoota digirii jalqabaa barnoota sadarkaa Olaanoo kan mootummaafi dhuunfaa kan ilaallatu ta'a.

Qajeelfamichi qulqullina barnootaa eeguufi humna nama leeji'ee biyyattiin barbaaddu oomishuuf waan ta'eef, akkaataan hojiirra oolmaa isaa haala walfakkaatuun ta'a.

Qormaata gahuumsa Ogummaa parsantii dhibba(100%) keessaa barataan parsantii shantama(50%) deebisuu hin dandeenye, Eeebbifamuus ta'ee yuunivarsitii eebbifame irraa ragaa eebbifamuu isaa ibsu fudhachuu hin danda'u.

Qormaata gahuumsa ogummaa parsantii dhibba(100%) keessaa barataan parsantii shantama(50%) deebisuu hin dandeenye, yeroo fudhachuun sirriitti dubbisee qormaaticha parsantii dhibba irraa 50 fi sanaa ol fiduun darbuu akka danda'uuf, dabalataan yeroo lamaaf akka qoramuuf caarraan ni kennamaaf.Qoramtoonni caarraa isaanii fayyadamuu kan qaban qormaata yeroo jalqaba yoo fudhatan, waggootan sadan jiran qofa keessatti.

Barataan tokko eebbifamuuf ga'aa kan ta'u, qormaata gahuumsa ogummaa yoo dabarfate qofa yemmuu ta'u, qoramtoonni yeroo sadii qoramuun qabxii darbiinsaa galmeessuu yoo dadhaban, dhaabbanni biyyaalessa ga'huumsa ogummaa ragaa ni kenna.

Qormaanni gahuumsa ogummaa akka haala sagantaa barnootaatti waggaa keessa yeroo lamaafi isaa ol kennamuu danda'a.

More @QarooMagazine
3.2K views19:14
Open / Comment
2022-08-16 18:03:11
#Hubachiisa
Yuunivarsitiin Cufamuuf

Fulbaana 28 hanga Onkoloolessa 17 bara 2015’tti Yuunvarsiitiin marti barnoota dhaabuun barataan idilee marti mooraa gadhiisee akka ba'u ministeerri barnootaa murteessee jira. Mooraa gadhiisanii ba'uun walqabatee barattoonni lafa haala nageenyaa gaariin hin jirretti deebi'uuf rakkachuu kan malan yommuu ta'u gamanumaa ka'uun qophii barbaachisaa taassisuun haala akka mijeeffattan hubachiisuuu barbaada.

Odeeffannoo dhimma kana irratti daran qulqulleeffachuun jijjiiramoota dhufuu danda'an hordofaa kan jiruu yommuu ta'u dhimma kanaan walqabsiisee haallii mijeeffamu jira taanaan hordofuun isiniin kan geenyu ta'a. @QarooMagazine join gochuun hordofaa

More @QarooMagazine

More news on YouTube







✤Join more info @QarooOnlineLearn
@QarooOnlineLearn

Share and Support your friends
4.1K viewsedited  15:03
Open / Comment
2022-08-16 18:02:01
Yuunivarsiitoonni qormaata 12ffaaf kennuuf qophii isaan barbaachisu akka taasisan qajeelfamni kenname.
Yuunivarsiitonni qormaata 12ffaaf kennuuf qophii isaan barbaachisu akka taasisan qajeelfamni kennamuu, Ministeerri Barnootaa beeksiseera.
Dhaabbileen Barnoota Olaanoo hundi qormaata 12ffaaf kennuuf qophii isaan barbaachisu akka taasisan qajeelfamni kennamuu beeksiseera.
Qormaanni kuta 12ffaa kan bara 2015 Fulbaana 30 irraa eegalee kan kennamu ta’uus beeksiseera.
Dabalataan Fulbaana 28 hanga Onkoloolessa 17,2015’tti mooraa Yuunvarsiitii hunduma keessatti barataan idilee kamiyyuu akka hin argamee fi bakka tursiisa qormaataa fi qophiin dhiyeessii nyaataa akka taasifamuus hubachiiseera. Ministeera Barnootaarraa odeeffanne.

More @QarooMagazine
2.7K views15:02
Open / Comment
2022-08-15 18:37:40
"Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2014 Fulbaana 30, 2015 irraa eegalee marsaa 2n kennamuuf karoorfamee jira" - Ministeera Barnootaa

Qormaanni kutaa 12ffaa bara 2014 Yuunivarsiitiiwwanitti akka kennamu murtaa’uun isaa ni beekama.

Haaluma kanaan, Adoolessa 28 hanga Onkoloolessa 17, 2015tti yunivarsiitiiwwan:

1. Barataan idilee kamiyyuu mooraa keessa akka hin jiraanne gochuu;

2. Nyaata baay’ina barattootaa booda isaan ibsamun itti qophaa'u.

3. Bakka qormaata qopheessuu fi

More @QarooMagazine
4.0K viewsedited  15:37
Open / Comment
2022-08-13 14:25:34
#YuunivarsiitiiAsoosaa

Yuunivarsitiin Asoosaa barattoota damee barnootaa adda addaatiin barsiise kuma 1 fi 100 ol eebbisaa jira.

Eebbifamtoonni kun kanneen barnoota digrii tokkoffaa fi lammaffaa xumuraniidha.

Eebbifamtoonni sagantaa idilee, galgalaa fi gannaa irratti kan xumuraniidha.

Pireezidaantiin Yuunivarsiitii Asoosaa Kamaal Abdurraahim (Dr.) akka jedhanitti, har’a eebbifamtoota keessaa godaantotni Sudaan, Sudaan Kibbaa fi biyyoota Afrikaa biroo irraa akka argaman himaniiru.

Bara 2004 kan hundeeffame Yuunivarsitiin Asoosaa yeroo 9ffaaf barattoota eebbisiiseera.

@QarooMagazine
4.4K views11:25
Open / Comment
2022-08-07 13:46:12
#Qormaata Biyyaalessaa

Qormaanni kutaa 12ffaa Fulbaana 30 bara 2015 irraa eegalee ni kennama.

Qormaanni kun Fulbaana 30, 2015 irraa eegalee yunivarsiitiiwwan mootummaa keessatti akka kennamu Tajaajilli Madaallii fi Qormaata Barnootaa beeksiseera.

#Dambii qormaataa cabsuun seeratti nama gaafachiisa.

Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2014 kennuu bira darbee gowwoomsaafi hanna ittisuuf koodii 12n (composition of questions) kennuuf qophiin taasifamaa akka jiru guyyoota muraasa dura beeksisuun ni yaadatama .

Ministirri Ministeera Barnootaa Prof. Birhaanuu Neegaa; Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa akkuma duraanii koodii 4 (bakka ta'umsa adda addaa 4) osoo hin taane hanga 12tti hojjetamaa jiraachuu ibsani turan.

Kunis tarkaanfiiwwan qormaataa gowwoomsuu ittisuuf fudhataman keessaa tokko yoo ta’u, tartiiba gaaffilee qormaata keessatti barattoota itti aananii fudhataman tasumaa walitti dhufeenya akka hin qabne gochuuf yaadameeti.

@QarooMagazine
5.0K views10:46
Open / Comment
2022-08-05 17:46:05
#Barattoota Ari'aman

#Oduu_Rifaasaa

Yuunivarsitiin Dirree Dhawaa barattoota Oromoo 31 ari'e.

Akkuma beekamu yuunivarsiticha keessatti yeroodhaa yerootti walitti bu'iinsi jiraachuu isaa gabaasaa turuun keenya ni yaadatama.

Yuunivarsitichis Walitti bu'iinsa kana sababeeffachuun barattoota Oromoo namoota 5 guutummaan guutuuttifi namoota 26 waggaa lamaaf yuunivarsitii irraa hari'uu isaa beeksise. Yuunivarsitiin Dhirree Dhawwaa Yuunivarsitii saba bal'aa ummata Oromoo ta'aa, kan ilmaan Oromoo yeroo baay'ee keessatti gidirfamtu ta'uun maddeen Odeeffateera.

More news on YouTube







✤Join more info @QarooOnlineLearn
@QarooOnlineLearn

Share and Support your friends
5.3K viewsLal isa, edited  14:46
Open / Comment
2021-11-20 23:58:34 ​​ @Qaroo_Academy odeeffannoo barnoota Akkasumas Kitabaa barataa irraa argatuu

Odeffannon University
Oduu barattoota

university students
fresh man course
Grade 1_5
Grade 5_10
Grade 11_12
Extreme book
Oxford book
My department book all on QarooAcademy channel view

https://t.me/joinchat/0TWKdKJwVgc2YzQ0
13 views20:58
Open / Comment
2021-10-21 22:42:59 Students news channel

OPEN and view students channel get more information about learn


Students news

Information all university

University news

Grade 12

Grade 8

All students

Other news
470 viewsedited  19:42
Open / Comment