🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Qadi qabnus ol qabnee Sagalee ol fuunee Gamtaanis qophaanis Y | ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸

Qadi qabnus ol qabnee
Sagalee ol fuunee
Gamtaanis qophaanis
Yoonu sikadhanne
Dhoksinees mul'isnees
Haajaa sitti imannee
Nuuf owwaadhu rabbii
Gooftaa waandhokanne


Sikadhata rabbii
Miiskiinni homaa qabne
Deebii kadhaa keenyaa
Akka si biraa hin dhabne
Nuuf dhagahi allah
Gooftaa waa si hindhibne

Aamiin yaaaaaaaa rabb!!!!!!!!!