🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Jiruun dhan'gaggaa'ee Tasa nama gooda Dhugaan bosbosaa'ee Nu | ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸

Jiruun dhan'gaggaa'ee
Tasa nama gooda
Dhugaan bosbosaa'ee
Nutti ta'e gadda

Haqni bakka dhabee
Sobni nama ildiimaa
Wol nurkaa makate
Gurrachaafii diimaan


☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
:¨·.·¨: ❀
 ·. @seyfal_islaam2nd
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆