🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Kolfaaf #Abbaa: sin fuusisa #Ilma: lakki fuudha hin barbaad | ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸

Kolfaaf

#Abbaa: sin fuusisa
#Ilma: lakki fuudha hin barbaadu
#Abbaa: Intala Bilgeet(abbaa qabeenyaa addunyaa kanaa) si fuusisa
#Ilma: akkas yoo ta'e tole.
#Abbaa: Bilgeet intala kee natti heerumsiisi
#Bilgeet: Kuni ta'uu hin danda'u
#Abbaa: ilmikoo baankii addunyaa keessa hojjata
#Bilgeet: akkas taanan tole.
#Abbaa: baankii addunyaa bira deemee, ilmakoo naaf qacaraa
#Baankii addunyaa: Kuni tasuma ta'uu hin danda'u
#Abbaa: ilmikoo dhiyootti intala Bilgeet fuudhuf jira
#Baankii addunyaa: akkas taanan tole.