🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

#Yeroo ammaa Eenyummeessaan heddu waan jiruuf akkamitti osoo h | 💻 Barannoo Tech 💻

#Yeroo ammaa Eenyummeessaan heddu waan jiruuf akkamitti osoo hin irraanfanne fayyadamuu dandeenya?

#Fakeenyaaf ani Jecha darbii 32 qaba, 25 ni yaadadha, 7 irraanfadhee barbaadaan jira.

#Haala salphaa ittiin eenymmeessaa keenya hedduuf fayyadamuu dandeeny keessaa.

1) Maqaa walfakkaatuun jalqabuun, erga keessa achi seenne booda waan addaa itti dabaluu. fkn: osoo jecha
darbee page OROMO ICT kana ilaaltanii oromoict@face1216 dhaa.

#Jechi darbii Page biroo immoo
oromoict@faceL2L6 dha. ani kan yaadachuun na barbaachisu iddoo jalqabarratti 1(tokko) ture amma L
dhaan bakka bu’uu qofa.

2) Inni biraa Galmeeffatanii iddoo namni hin agarre kaawwachuudha. kun garuu hin gorfamu.

3) Keessattuu Jecha darbii email dagachuu hin qabnu, waan hedduuf nu gargaara waan ta’eef.


#galatoomaa #oroict.com