🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Abdisa_bancha Marsariitii #GramFree kana salphatti #kaffaltii | 💻 Barannoo Tech 💻

Abdisa_bancha

Marsariitii #GramFree kana salphatti #kaffaltii( namaa kaffala jedhee namni hedduu dhaadhessu argeera, Ijoolleen keenya #telegram irratti wal jalaa fuudhanii maxxansutti jiru.

Namni heddus na gaafateera. Anis Faana dhayeera.

#Marsariitichi waan akka Lottery wayii namaa kafalutti hojjatameera. Garuu #Soba Eenyummeessaa yoo banattan adaduma isin waan garagaraa tuttuqxaniin #Doolara lakkoftuu wayii isinitti agarsiisuu male malee kafaltiin kafalamu wayiituu hin jiru.

#Sobdoota(Scammer) dha.
Irraa ofeegaa, Waliif dabarsaa.