🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Barattootaaf Dokmentii kana kan argannee #Moshe irraayyi linki | 💻 Barannoo Tech 💻

Barattootaaf Dokmentii kana kan argannee #Moshe irraayyi linki gadii kanaan mirkaneeffachuu dandeessu.

http://www.moshe.gov.et/files/1618424833639.xlsx

Placementi keessan sirreeffadha beeksifni jedhu bayee waan jiruuf, osoo dokmentii kana irraa hamma tokko erga hubattanii booda yoo wanti sirreeffatan jiraate osoo sirreeffattanii.

Dokmenticha irratti Band jechuudhaan Unvesiitilee iddoo 6tti qooda.

Band 1 - Engineering and Technology fields
Band 2: Natural Science fields
Band 3: Health Science fields
Band 4: Agriclture fields
Band 5: Business and Economics fields
Band 6: Social sciences and humanities