🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

━━━━━━━━━━━━━━━━ #Karaa salphaa Telegram keessan gubbaan Sched | 💻 Barannoo Tech 💻

━━━━━━━━━━━━━━━━
#Karaa salphaa Telegram keessan gubbaan Schedule message/Ergaa ykn message sagantaadhaan nama dhuunfaattis ta'ee, chanala irratti waa post gochuuf nu qarqaaru.

Fakkeenyaaf Ergaa wahii daqiiqaa muraasa booda post gochuu yoo barbaaddan, tarii yeroo sanitti ammoo sababa gargaraatiin online yoo kan hin argamne tahe, Ammuma mijjeessitanii akka yeroo barbaadametti ergamu gochuu dandeessu.

Tartiibni isaa :

1- Jalqaba iddoo waa erguu heddan dhaquun, waan erguu heddan sana qindeeffadhaa.

2- Ergasii mallattoo ittiin ergan sana yeroo tokko sirritti gadi qabaa.

3- Schedule message isa jedhu tuquun, yeroo barbaaddanitti mijjeeffadhaa.

booda send message.