🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

#Qinqaanii(virus) torbaan darbe Feesbuukiin daddarbaa ture har | 💻 Barannoo Tech 💻

#Qinqaanii(virus) torbaan darbe Feesbuukiin daddarbaa ture hardha #whatsApp dhaan ergamaa, #link isinitti ergamu Sana tasuma banuu hin barbaachisu.

Takka bantanii jennaan #odeeffannoo keessan guutuu[Jecha-darbii(password), Email, Credit Card, Laakkoofsa bilbilaa, ....] Hunda waan fudhatuuf ergaa walfakkaataa osoo isin hin beekne hiriyyoota keessan hundatti erga.

Namoota #creditcard qaban mallaqas saamuu danda'u. #OfEeggadhaa

abdisa_bancha