🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

#profile Akkaawuntii Facebook keessanii fi waan isin post goot | 💻 Barannoo Tech 💻

#profile Akkaawuntii Facebook keessanii fi waan isin post gootan kamuu, namni hiriyyaa keessaniin alaa akka ilaaluu hin dandeenye gochuu ni dandeessu, profile keessan lock gochuudhaan.

#Akkaataa lock itti gootan.

1-Appi Facebook ni banattu.
2-profile keessan bira dhaqxu.
3-Tuqaalee sadi gara harka mirgaa jiran cuqaastu.
4-Lock profile.
5-Look your profile

Xumuura irratti "You locked your profile" achiin "Ok"

#suuraan olii irraas ni jira.
https://t.me/barataadhaaf/647?single

#Kana booda profaayilli keessan lock ta'ee jira.