🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

#Whats_App irratti Suuraa tokko namaaf ergitanii, Namni ergita | 💻 Barannoo Tech 💻

#Whats_App irratti Suuraa tokko namaaf ergitanii, Namni ergitaniif sun suuricha yeroo tokko qofa akka ilaalu akkasumas gallery keessatti akka save hin taane gochuudhaan erguu ni dandeessu.

Akkaataan isaas.

1-Whatsapp banattu.
2-iddoo gallary suuraan ittiin ergamu cuqaastu.
3-Erga suuraa erguu barbaaddan filattanii, gara gadii lakkofsa 1 geengoo keessa jiru click gootu.
4-Xumuura irratti ok yoo click gootan ni ergama, haalaa suuraa olii kanaan dabra.

https://t.me/barataadhaaf/648

Namni ergameef yeroo tokko buusee ni ilaala sana booda lammataa itti deebi'ee ilaaluu hin dandayu.