Get Mystery Box with random crypto!

Barnoota sirna Gadaa...! Naannoo Amaaraa Bulchiinsa Godina Sa | Biiroo Barnoota Oromiyaa(Oromia Education Bureau)

Barnoota sirna Gadaa...!

Naannoo Amaaraa Bulchiinsa Godina Saba Oromootti Manni Maree Godina Oromoo bara kana barnoonni sirna Gadaa akka gosa barnoota tokkootti barattoota kutaa 1ffaa - 8ffaatti akka kennamu murteesse.

Kana milkeessuufis kitaabotni barattoota fi qajeelcha barsiisaa maxxanfamanii akka raabsaman kallaattiin kaa’amuusaa Koree Dhaabbii Dhimma Hawaasummaa Kab. Aadde Faaxumaa Mollaa ibsaniiru.

@BirooBarnootaOromiyaa
@BirooBarnootaOromiyaa