Channel address:
Categories:
News
Language: English
Subscribers:
16.09K
Description from channel
🏉FBC AFAAN OROMOO [Irraa kan odeffannedha malee kan studeo irraa darbuu miti ] hubadhu.
🚰Yaada @admiinii_bot
Ratings & Reviews
Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.
5 stars
0
4 stars
2
3 stars
1
2 stars
0
1 stars
0
The latest Messages 11
2021-12-01 08:20:59
Welcome to Fana Broadcasting Corporate S.C: Baankichi misooma proojektii daandii Gaanfaa Afrikaaf liqaa doolaara miiliyoona 217 raggaasise
2.7K views05:20
2021-11-29 12:20:05
Welcome to Fana Broadcasting Corporate S.C: Sababa walitti bu’iinsaan barattoonni miiliyoonni 1.2 ol barnoota isaanii ala ta’an – Ministeera Barnootaa
1.3K views09:20
2021-11-26 10:53:16
Welcome to Fana Broadcasting Corporate S.C: Dhaabbanni Woorld Viizhiin Ityoophiyaa lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 4 ol taasise
1.1K views07:53
2021-11-26 08:51:24
Welcome to Fana Broadcasting Corporate S.C: Qajeelchi labsii yeroo ariifachiisaa hojiilee eegalaman cimsuuf dhimmoota gufaa ta’an maksuuf ajeja dabarse
324 views05:51
2021-11-23 15:00:47
Welcome to Fana Broadcasting Corporate S.C: Obbo Wandimmuu Kurtaa Af Yaa’ii Mana Maree Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa ta’uun muudaman
3.1K views12:00
2021-11-20 18:41:36
Welcome to Fana Broadcasting Corporate S.C: Yuunvarsiitiin Madda Walaabuu barattoota 229 eebbisiise
1.6K views15:41
2021-11-20 13:46:17
Welcome to Fana Broadcasting Corporate S.C: Manneen barnoota idil addunyaa sababa qubsaa malee hojii baruu fi barsiisuu dhaabaniif akeekkachiisi laatame
2.3K views10:46
2021-11-18 14:15:28
Welcome to Fana Broadcasting Corporate S.C: Shugguxiin ka’umsa isaa magaalaa Baahir Daar taasisee Magaalaa Finfinnee naannoo Paarkii Ayisiitii Goorootti to’annaa jala oole
1.9K views11:15
2021-11-16 21:12:27
Welcome to Fana Broadcasting Corporate S.C: Godina Booranaa aanaalee muraasa keessatti hoomaan awwaanisa muul’ate ittisuuf hojjetamaa jira
3.7K views18:12
2021-11-16 14:11:43
Welcome to Fana Broadcasting Corporate S.C: DhMG deeggarsa Doolaara Miiliyoona 40 Ityoophiyaaf eeyyame
272 views11:11