Get Mystery Box with random crypto!

FBC Afaan Oromoo

Logo of telegram channel fbcafaanoromo — FBC Afaan Oromoo F
Logo of telegram channel fbcafaanoromo — FBC Afaan Oromoo
Channel address: @fbcafaanoromo
Categories: News
Language: English
Subscribers: 17.02K
Description from channel

🏉FBC AFAAN OROMOO [Irraa kan odeffannedha malee kan studeo irraa darbuu miti ] hubadhu.
🚰Yaada @admiinii_bot

Ratings & Reviews

3.67

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

2

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 2

2022-12-19 12:28:55
Milkaa’inni waliin ga’iinsaa fi hirmaannaa barnootaan mul’ate qulqullina barnootaa mirkaneessuun dabalamuu qaba jedhame
Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)-Waggootii lamaan darban milkaa’inni gama waliin ga’iinsaa fi hirmaannaa barnootaan mul’ate qulqullina barno...
222 views09:28
Open / Comment
2022-12-19 12:28:55
Kooriyaan Kaabaa misaayila baalaastikii Jaappaanitti furgugiste
Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)- Kooriyaan Kaabaa misaayila baalaastikii lama guyyaa har’aa gara Jaappaanitti furguggisuun gabaafame. Piyoongiyaangi mi...
219 views09:28
Open / Comment
2022-12-19 12:28:55
Zaambiyaatti lubbuun lammiilee Ityoophiyaa 27 darbuu gareen qulqulleessu gara Zaambiyaatti qajeele
Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)- Ministeerri Dhimma Alaa Zaambiyaa naannawaa Lusaakaatti lammiilee Ityoophiyaa ta’uu kan shakkaman lubbuun namoota 27 d...
222 views09:28
Open / Comment
2022-12-15 23:13:51
Qormaanni Kutaa 12ffaa marsaa 2ffaan Mudde 18-21,2015tti ni kennama jedhame
Finfinnee, Mudde 6, 2015(FBC)- Qormaanni Kutaa 12ffaa marsaa 2ffaan Mudde 18-21,2015tti kan kennamu ta’uu Tajaajilli Madaallii Qormaataafi Barnootaa b...
820 views20:13
Open / Comment
2022-12-15 23:13:51
Jimmaatti yakkamaan haala sukkanneessaan haadha manaa isaa ajjeese hidhaa umurii guutuun adabame
Finfinnee, Mudde 6, 2015 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti yakkamaan haala sukkanneessaan haadha manaa isaa ajjeese hidhaa umurii guutuun adabameera.Yakkamaa...
810 views20:13
Open / Comment
2022-12-15 23:13:51
Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaatti baalli sammuu namaa hadoochu lafa hektaara 0.25 irratti oomishame dhabamsiifame
Finfinnee, Mudde 6, 2015 (FBC) – Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaa Ganda Qooma Waxichootti baalli sammuu namaa hadoochu lafa hektaara 0.25 irratti oom...
674 views20:13
Open / Comment
2022-12-15 23:13:51
Ityoophiyaatti barattoonni miiliyoonni 26 ol barachaa jiru- Ministeera Barnootaa
Finfinnee, Mudde 6, 2015(FBC)- Ityoophiyaatti barattoonni sadarkaa idileen duraa hanga kutaa 12ffaa jiran miiliyoonni 26 ol barachaa jiraachuu  Minist...
653 views20:13
Open / Comment
2022-12-15 23:13:51
Baatiiwwan shanan darban hojii dhabdoota kuma 700 oliif carraan hojii yeroo fi dhaabbii Uumame – BCHUOO
Finfinnee, Mudde 6, 2015 (FBC) – Baatiiwwan shanan darban hojii keessa dhabdoota kuma 700 oliif carraan hojii yeroo fi dhaabbii Uumamuu Biiroon Carraa...
784 views20:13
Open / Comment
2022-12-15 23:13:51
Ityoophiyaanonni kuma 1 fi 23 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)- Lammilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessatti argaman gara biyyaattii deebisuuf hojiilee marsaa sadiin gagg...
787 views20:13
Open / Comment
2022-12-01 06:55:20
Lammiileen kumni 1 ol Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 21,2015 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 85 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.Lammiilee guyyaa har’aa gara bi...
2.5K views03:55
Open / Comment