Get Mystery Box with random crypto!

FBC Afaan Oromoo

Logo of telegram channel fbcafaanoromo — FBC Afaan Oromoo F
Logo of telegram channel fbcafaanoromo — FBC Afaan Oromoo
Channel address: @fbcafaanoromo
Categories: News
Language: English
Subscribers: 17.02K
Description from channel

🏉FBC AFAAN OROMOO [Irraa kan odeffannedha malee kan studeo irraa darbuu miti ] hubadhu.
🚰Yaada @admiinii_bot

Ratings & Reviews

3.67

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

2

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 5

2022-11-21 14:12:17
Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Arsii Lixaatti qamadii misoomaa jiru daawwate
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC)–Jilli Sadarkaa Pireezidaantiitti Qindeessaa Horataalee Mootummaa Dooktar Girmaa Amanteen Durfamu Godina Arsii Lixaat...
1.7K views11:12
Open / Comment
2022-11-19 18:31:27
Afaan Oromoo Telegram Channels list.
===================================
@bbcAfaanOromoo

@voaAfaanOromo

@fbcAfaanOromo
===================================
#Kan filannoo keessanii #join taasisa.
980 views15:31
Open / Comment
2022-11-19 13:27:05
Ityoophiyaan Konfiransii Ministiroota Faayinaansii Farra Shororkeessummaa 3ffaarratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Sadaasa 10, 2015(FBC)- Ityoophiyaan Konfiransii Ministiroota Faayinaansii Farra Shororkeessummaa 3ffaarratti hirmaachaa jiraachuu ibsame.Ji...
1.6K views10:27
Open / Comment
2022-11-19 13:27:05
Waliigalteen nageenyaa Ityoophiyaa kan boonsee injifannoo Afrikaanummaati-Obbo Dammaqaa Mokonnin
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015(FBC)- Bu’aan waliigaltee nageenyaa Piriitooriyaatti waliigalame Ityoophiyaa kan boonsu Injifannoo Afrikaanummaa ta’uu Ittaa...
1.5K views10:27
Open / Comment
2022-11-19 13:27:05
Manneen daldalaa naannawaa manneen barnootaatti gochaa jeequmsa uumu raawwatanirratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinnee naannawaa manneen barnootaatti gochaalee jeequmsaa uuman raawwataaniiru kan jedhaman manneen dalda...
1.4K views10:27
Open / Comment
2022-11-18 18:35:24
Kallattii yeroo itti aanuu Sosochii Ityoophiyaan yaa oomishtuu ilaalchisee mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015 (FBC) – Ministeerri Indaastirii sadarkaa fi kallattii yeroo itti aanuu Sosochii Ityoophiyaan yaa oomishtuurratti magaalaa F...
167 views15:35
Open / Comment
2022-11-18 18:35:24
Yeroo hinmurtoofneef meeshaalee sharafaan alaa galaanirratti uggurri taasifame fooyyeffame
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015(FBC)- Yeroo hinmurtoofneef meeshaalee alaa galaan kan sharafni hineeyyamamneefirratti fooyyessi taasifamuu Ministeerri Maal...
168 views15:35
Open / Comment
2022-11-18 18:35:23
Giddu galli Laabraatoorii Rifaraalaa, Qo’annoofi Qorannoo Fayyaa Hawaasaa Naqamtee Maashinoota lama hojii eegalchiise
Giddu galli Laabraatoorii Rifaraalaa, Qo’annoofi Qorannoo Fayyaa Hawaasaa Naqamtee Maashinoota lama hojii eegalchiseFinfinnee, Sadaasa 9, 2015 (FBC) –...
161 views15:35
Open / Comment
2022-11-18 08:19:20
Chaayinaan Gamtaan Afrikaa miseensa walga’ii biyyoota garee 20 akka ta’u deeggarsa kan taasiiftu ta’uu ibsite
Finfinnee, Sadaasa 8, 2015 (FBC) – Chaayinaan Gamtaan Afrikaa miseensa walga’ii biyyoota garee 20 akka ta’u deeggarsa kan taasiiftu taR...
1.4K views05:19
Open / Comment
2022-11-18 08:19:20
Sirni barnootaa haaraan bara dhufu kutaa 9ffaa – 12ffaatti guutummaatti hojiirra oola jedhame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2015 (FBC) – Sirni barnootaa haaraan bara dhufu kutaa 9ffaa – 12ffaatti guutummaatti hojiirra kan oolu ta’uu Ministe...
1.3K views05:19
Open / Comment