Get Mystery Box with random crypto!

FBC Afaan Oromoo

Logo of telegram channel fbcafaanoromo — FBC Afaan Oromoo F
Logo of telegram channel fbcafaanoromo — FBC Afaan Oromoo
Channel address: @fbcafaanoromo
Categories: News
Language: English
Subscribers: 17.02K
Description from channel

🏉FBC AFAAN OROMOO [Irraa kan odeffannedha malee kan studeo irraa darbuu miti ] hubadhu.
🚰Yaada @admiinii_bot

Ratings & Reviews

3.67

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

2

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 3

2022-12-01 06:55:19
Ejensiiwwan DhMG Pirojektii namoota kuma 54 fi 400 fayyadamtoota taasisu ifoomsan
Finfinnee, Sadaasa 21, 2015 (FBC)- Ejeensiiwwaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii laammilee Naannoo Oromiyaa fi Somaalee sababa garaagaraan qe’ee isa...
2.5K views03:55
Open / Comment
2022-12-01 06:55:19
Abbaan taayitichaa guyyaan fayyadama aannan Niidoo Foortifaayid abbaa giraama 400 irra darbuu beeksise
Finfinnee, Sadaasa 21,2015 (FBC)- Abbaan taayitaa Nyaataafi Qorichaa Ityoophiyaa guyyaan fayyadama daakuu aannanii Niidoo Foortifaayid abbaa giraama 4...
2.3K views03:55
Open / Comment
2022-11-29 08:09:10
Tattaaffii lammiilee Saa’udiirraa biyyatti deebisuu ilaalchisee aanga’oota biyyattii waliin mari’atame
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)-Saa’ud Arabiyaatti lammiilee Ityoophiyaa haala rakkisaa keessatti argaman gara biyyaatti deebisuuf tattaaffi taasifa...
1.5K views05:09
Open / Comment
2022-11-29 08:09:09
Hongeen Kaalifoorniyaatti mudate wabii nyaataa Ameerikaa balaarraa buusa jedhame
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)- Ameerikaa Naannawaa Bulchiinsaa Kaalifoorniyaatti balaa hongee waggoottan lamaan darban mudataniin oomisha midhaani...
1.5K views05:09
Open / Comment
2022-11-27 14:02:46
Abbaa Intarneetii jedhamuun kan beekaman Viintoo Gireey Sarfi Finfinnee galan
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Abbaa Intarneetii jedhamuun kan beekaman Viintoo Gireey Sarfi yaa’ii Intarneetii idil addunyaa irratti hirma...
2.5K views11:02
Open / Comment
2022-11-27 14:02:45
Ministeerichi Paampiwwan Bishaanii 400 naannoo Somaaleef gumaache
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Ministeerri Jallisii fi naannawaa Gammoojjii Paampiwwan Bishaanii 400 naannoo Somaaleef gumaacheera.Ministirri Min...
2.5K views11:02
Open / Comment
2022-11-27 14:02:45
Konfirensiin misoomaa fi nageenyaa ummata Oromoo fi Somaalee gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Godina Baaleetti Konfirensii misoomaa fi nageenyaa ummata Oromoo fi Somaalee gaggeeffameera.Obbolummaa seenaa bara...
2.3K views11:02
Open / Comment
2022-11-24 10:49:37
Leenjiin “Haalota siyaasaa haaraa fi jijjiirama Addunyaa jaarraa 21ffaa” dippilomaatotaaf kenname
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Mata duree “Haalota siyaasaa haaraa fi jijjiirama Addunyaa jaarraa 21ffaa” jedhurratti leenjiin dippilomaatotaaf ken...
1.1K views07:49
Open / Comment
2022-11-24 10:49:36
Dhaabbileen lameenii fi Bulchiinsi magaalaa Finfinnee waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee, Ityoo-Teelekoomii fi Eejensiin Nageenya Odeeffanoo waliin hojjechuuf waliigaltee mall...
1.1K views07:49
Open / Comment
2022-11-24 10:49:35
Lammiileen kumni 1 fi 21 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 21 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.Lammiilee gara biyyatti deebisu...
1.0K views07:49
Open / Comment