Get Mystery Box with random crypto!

FBC Afaan Oromoo

Logo of telegram channel fbcafaanoromo — FBC Afaan Oromoo F
Logo of telegram channel fbcafaanoromo — FBC Afaan Oromoo
Channel address: @fbcafaanoromo
Categories: News
Language: English
Subscribers: 17.02K
Description from channel

🏉FBC AFAAN OROMOO [Irraa kan odeffannedha malee kan studeo irraa darbuu miti ] hubadhu.
🚰Yaada @admiinii_bot

Ratings & Reviews

3.67

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

2

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 4

2022-11-24 10:49:34
Jilli Obbo Masfin Malaakuun durfamu magaalaa Baatuutti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Jilli Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti qindeessaa kilaastera Magaalaa Oromiyaa Obbo Masfin Malaakuutiin durfa...
1.0K views07:49
Open / Comment
2022-11-23 14:54:57
Afrikaatti gabaa dijitaala guddisuuf waliigalteen deeggarsaa Doolaara miiliyoona 9.73 mallatteeffame
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Baankiin Misoomaa Afrikaa fi Komishiniin Gamtaa Afrikaa Ardittiitti, gabaa dijitaala guddisuuf boqonnaa jalqabaatiin...
1.5K views11:54
Open / Comment
2022-11-23 14:54:57
Jilli Dooktar Girmaan durfamu aanaa Xiyoo fi Heexosaatti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015 (FBC) – Jilli Sadarkaa Itti Aanaa Pireezedaantiitti Qindeessaa Kilaastara Horataalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa Dooktar Gi...
1.5K views11:54
Open / Comment
2022-11-23 14:54:55
Daandiin qilleensichaa meeshaalee yaalaa Toonii 10 ta’u deeggarsa taasiise
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa meeshaalee yaalaa Fayyaa Toonii 10 ta’u deeggarsa taasiiseera.Dhaabbata Xiyyaara E...
1.4K views11:54
Open / Comment
2022-11-22 20:29:05
DhMG’tti Abbaa Murteen kan muudaman Solomoon Araddaaf geggeessaan taasifameef
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015 (FBC) – Mana murtii Sirna haqaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Abbaa Murtee ta’uun kan muudaman Solomoon Araddaaf ge...
996 views17:29
Open / Comment
2022-11-22 20:29:05
Manni Kitaabaa Abrihoot halkan keessaa hanga sa’aatii 6:00tti tajaajila kennuu eegaluufi
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Manni Kitaabaa Abrihoot guyyaa boruu irraa eegalee halkan keessaa hanga sa’aatii 6:00tti tajaajila kennuu eegaluuf q...
998 views17:29
Open / Comment
2022-11-21 20:28:15
Kurmaana jalqabatti gurgurtaan humna elektirkii Birrii biiliyoona 5 olii gaggeeffamuun ibsame
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC)-Kurmaana jalqabaa bara 2015’tti gurgurtaa anniisaa elektirikii biyya keessaa fi alaatti gaggeeffameen gurgurtaan Bir...
1.0K views17:28
Open / Comment
2022-11-21 20:28:15
Embaasiin Chaayinaa magaalaa Finfinneef deeggarsa meeshaalee garaagaraa taasise
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015(FBC)- Embaasiin Chaayinaa meeshaalee elektirooniksii fi tajaajilaa garaagaraa hojiimaata magaalichaa cimsan deeggarsa taas...
1.0K views17:28
Open / Comment
2022-11-21 14:12:17
Tajaajilli Odeeffannoo fi nageenya biyyaalessaa Tajaajila Nageenya waliigalaa Sudaan waliin waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Tajaajilli Odeeffannoo fi nageenya biyyaalessaa waliigaltee Tajaajila Nageenya waliigalaa Sudaan waliin hojjechuuf...
1.8K views11:12
Open / Comment
2022-11-21 14:12:17
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 ol gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015(FBC)- Guyyaa har’aa lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 ol marsaa lamaan gara biyyaa deebi’uu ibsameera.Hojii lammiilee gara bi...
1.8K views11:12
Open / Comment