Get Mystery Box with random crypto!

FBC Afaan Oromoo

Logo of telegram channel fbcafaanoromo — FBC Afaan Oromoo F
Logo of telegram channel fbcafaanoromo — FBC Afaan Oromoo
Channel address: @fbcafaanoromo
Categories: News
Language: English
Subscribers: 17.02K
Description from channel

🏉FBC AFAAN OROMOO [Irraa kan odeffannedha malee kan studeo irraa darbuu miti ] hubadhu.
🚰Yaada @admiinii_bot

Ratings & Reviews

3.67

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

2

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 7

2022-02-06 15:12:15 Welcome to Fana Broadcasting Corporate S.C: Sochii karaa seeraan alaa aangoo qabachuuf Afrikaa keessatti taasifamu fudhatama hin qabu – Gamtaa Afrikaa
1.0K views12:12
Open / Comment
2022-02-06 15:12:15 Welcome to Fana Broadcasting Corporate S.C: Yaa’iin Hoggantoota gamtaa Afrikaa oolmaa isaa guyyaa 2ffaan itti fufeera
1.0K views12:12
Open / Comment
2022-01-29 17:32:20 Welcome to Fana Broadcasting Corporate S.C: Magaalaa Adaamaatti Hospitaalli Haadholii fi Daa’immanii baasii Birrii Miiliyoona 70 oliin ijaarrame eebbifame
928 views14:32
Open / Comment
2022-01-29 17:32:02 Welcome to Fana Broadcasting Corporate S.C: Jilli Ambaasaaddar Naasisee Caaliin durfamu sadarkaa hojiin suphaa Masaraa Mootii Abbaa Jifaar irra jiru daawwate
806 views14:32
Open / Comment
2022-01-29 17:32:02 Welcome to Fana Broadcasting Corporate S.C: Guyyaan boruu magaaloota Oromiyaa hunda keessaatti guyyaa duula qulqullinaa ta’ee oola jedhame
725 views14:32
Open / Comment
2022-01-29 17:32:02 Welcome to Fana Broadcasting Corporate S.C: Baatiwwan jahan darbanitti dhaabbilee misoomaa mootummaarra galiin Birrii biiliyoonni 3.6 argame-Dooktar Girmaa
809 views14:32
Open / Comment
2022-01-28 15:22:53 Welcome to Fana Broadcasting Corporate S.C: Faransaay Ityoophiyaaf deeggarsa talaallii vaayrasii koroonaa doozii miiliyoona 6.7 taasifte
940 views12:22
Open / Comment
2022-01-28 15:22:52 Welcome to Fana Broadcasting Corporate S.C: Godaansa seeraan alaa ittisuuf godinaalee Oromiyaa jaha keessatti walta’iinsaan hojjetamaa jiraachuu ibsame
861 views12:22
Open / Comment
2022-01-28 14:32:53 Welcome to Fana Broadcasting Corporate S.C: Koomishinichi konkolaattonni Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 50 bitaman naannoleef qoode
884 views11:32
Open / Comment
2022-01-28 14:32:53 Welcome to Fana Broadcasting Corporate S.C: Ameerikaan Ityoophiyaaf talaallii vaayrasii koroonaa doozii miiliyoona 1.6 ol deeggarsa taasifte
984 views11:32
Open / Comment