🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

'Warri adii, nuyi warreen gurraacha taane gadi qabuuf jecha go | GAGGEESSUMMAA

"Warri adii, nuyi warreen gurraacha taane gadi qabuuf jecha gommaa konkolaataa isaanii "gurraacha" godhan!
Guyyaa jibban guyyaa wiixataa "black monday" jedhan!
Nama bilbila isaa kaasuu jibban "black list'' uuman, fi kan kana fakkaatan godhaniiru!"

"Ani garuu mana fincaanii yoon seenu hudduu koo sooftii/haqxuu adii dhaan nan qulqulleessa!"
(Moobart Mugaabee)

@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa