Get Mystery Box with random crypto!

WAAQAYYOON KADHADHU! Yeroon keessa jirru kuni baay'ee waldha' | Getu Official

WAAQAYYOON KADHADHU!

Yeroon keessa jirru kuni baay'ee waldha'ee jira. Hamminnis baay'atee gaarummaa irra caalee jira.

Bara kana keessa Amantii ofiitti cimanii Waaqayyoon kadhachuun dhimma filannoo hin qabne dha.

Jireenya kee karaa qajeelaa irra gaggeeffachuuf Waaqayyoon Kadhadhu!
➠ Ofiif kadhadhu!
➠ Maatii fi ollaa keetiif
➠ Waaqayyoon kadhadhu!
➠ Biyyaaf waaqayyoon kadhadhu!

"Kadhadhaa isiniif in kennamaa, barbaadaa in argattuu, balbala rukutaa isiniif in banama."
— Mat. 7:7


sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ
@Getu_Official
@Getu_Official
ᴊᴏɪɴ