Get Mystery Box with random crypto!

➞ Obboleessa kee, hiriyaa kee hin tuffatin! Amalli isaa gaarii | Getu Official

➞ Obboleessa kee, hiriyaa kee hin tuffatin! Amalli isaa gaariis haa ta'u haa dhiisus. Yaada gaarummaatiin ofitti qabii gorsi! Kophaa fiiguun tarii milkaa'ina dhihootti bira gahuu dandeessu achi fageessa.

➞ Obboleessi(obboleettiin koo) yookiin hiriyaan koo hanqina kana qaba jettee irraa fagaachuu dhiiftee qooda kanaa immoo yoo maal waliin hojjenne waliin guddanna? jettee itti yaadudhaan jireenya ofirra darbee carraa namoota biroof fakkeenya ta'u irra gahuu dandeessa.


sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ
@Getu_Official
@Getu_Official
ᴊᴏɪɴ