Get Mystery Box with random crypto!

➊. Hafuurri Waaqayyoo ija jabina siif kenna. ➋. Waa dubbachuu | Getu Official

➊. Hafuurri Waaqayyoo ija jabina siif kenna.
➋. Waa dubbachuuf ofitti amanamummaa sitti hora.
➌. Jireenya keetti simboo godha.
➍. Ayyaana Waaqayyoo keessa turuuf si gargaara.
➎. Haala rakkisaa keessatti gammachuu siif kenna.
➏. Ilaalcha sirrii akka qabaattuuf si qajeelcha.
➐. Namootaaf dukkana yoo ta'e siif ifa.
➑. Dubbii keetti humna godha.
➒. Ogummaa si barsiisa.
➓. Hafuurri qulqulluun gaachana keeti!
Namni Waaqayyoo karaa hafuura waaqayyoo IJA JABINA qaba.

"Nuyi Kristositti amanuudhaan karaa isaa amanannee dhi'aachuudhaaf ija jabina qabna."
— Efe. 3:12

sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ
@Getu_Official
@Getu_Official
ᴊᴏɪɴ