Get Mystery Box with random crypto!

Waan hundumaa qorii ilaali! Wanta gaarummaa isaa itti amantu j | Getu Official

Waan hundumaa qorii ilaali! Wanta gaarummaa isaa itti amantu jabeessii qabadhu!

◉ Namni Waaqayyoon qabu waan hundumaa qoree ilaala. Hafuura qulqulluu of keessaa waan qabuuf diinaa fi biyya lafaatiin qoramuun yoo dhufe iyyuu mo'atee darba.

◉ Hafuurichaan kan gaggeeffamu hundinuu ifa keessa waan jiraatuuf gufuun tasaa isa hin argatu.

"Ammas yaa obboloota ko, waa'ee waanuma dhugaa ta'ee, waanuma ulfina qabuu, waanuma qajeelaatti lakkaa'amuu, waanuma qulqulluu ta'e, waanuma jaallatamaa, waanuma gurratti tolu, waanuma gaarii ta'e, waanuma galata qabu yaadaa!"
— Filp. 4:8


sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ
@Getu_Official
@Getu_Official
ᴊᴏɪɴ