🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Yeroo Kee Gooftaa Waliin Dabarsi! Waaqayyo Waliin Tokkummaa Uu | Getu Official

Yeroo Kee Gooftaa Waliin Dabarsi! Waaqayyo Waliin Tokkummaa Uumi!

“Maariyaam miilla gooftichaa jala teessee dubbii isaa dhaggeeffachaa turte.”
— Luq. 10:39


Waaqayyo abbaa keenya, yeroo keenya mi'aa kenninee isaa waliin akka dabarsinu barbaada. Nuti akka Maartaa isa waliin yeroo dabarsuuf ni rakkanna ta'a. Hojii gara biraatiin warra hidhameedha. Yoo ta'uu baate immoo akka Maariyaam miila isaa jala teenyee isaa waliin warra yeroo keenya dabarsinuu dha. (Luqaas. 10:38-42)
Nuti garuu akka Maariyaam Gooftaa waliin yeroo qabaachuu fi sagalee isaa dhaga'uuf isa waliin dabarsuu nurra jiraata. Yoos Gooftaan nutti gammada. Nutis hojii keenyatti warra milkaa'oo taana.
“Namni na dhaga'u, guyyuma guyyaatti karra kellaa koo dammaqee kan eegu, michichila balbala kootti hirkatee kan eeggatus haa gammadu!”
— Fak. 8:34

Guyyaa Gaarii!
Nagaan Oolaa!


sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ
@Getu_Official
@Getu_Official
ᴊᴏɪɴ