🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

#Ethiotelecom ⁃ Ethio-Telecom galii bara 2013 Qarshii biiliyo | Getu Official

#Ethiotelecom

⁃ Ethio-Telecom galii bara 2013 Qarshii biiliyoona 56.6 argachuu Isaa beeksise. Kana ilaalchisuun maamlitoota isaatiif tolaan Interneetii 1GB (1024MB) fi
Filex 303 kennuu beeksise.

⁃ Haaluma kanaan guyyaa 3f qofa kan turu ta'uus
himameera guyyaa 1tti 341MB fi filexi Immoo
daqiiqaa 17, 50MB fi 50 SMS fayyamuu dandeessu

⁃ Hub: Har'a halkan sa'aatii 6:00pm irraa jalqaba
hamma barii 12:00am tti guyyaa 3f haala kanaan itti fufa.

@Getu_Official
@Getu_Official