🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Hubadhu; Galmii ariifannaan gahamu hin jiru. sababnii isaas | JECHOOTA GAMNAA ✪

Hubadhu;

Galmii ariifannaan gahamu hin jiru. sababnii isaas
Deemsi karaa kaayyoo,deemsa aannaan dhuguu irraa gara foonii fi lafee keessaa dhuka baasaanii nyaachuuti.
Kanaf adaraa achi fageessii yaadi! Achi fageessiis deemi! Deemsa afaanii fi funyanni hin deemiin. Sababni isas deemsi gara kaayyoo akkuuma kaayyichatti. Galmaa guddaan deemsa dheeraa gafachuu danda'a. Deemsa Sammuu( mental journey) deemi!.

Nama kaayyoo ta'iin dhaamsa kiyya.


@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa