Get Mystery Box with random crypto!

Jechoota Jaalala ● Sammuu koo keessa waa'een kee hedduu, gar | JECHOOTA GAMNAA ✪

Jechoota Jaalala

● Sammuu koo keessa waa'een kee hedduu, garuu waanan jedhu hin qabu.

●Yeroo hunda hirriibni nu fudhachuun dura namni waa'ee isaa yaadnu tokko nii jira.

●Jaalalli yeroo fi bakka hin beekamnetti dhufa waan ta'eef of eegadhu.


@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa