Get Mystery Box with random crypto!

Afrikaa keessa falaasama miidhagaa Ubuntuu jedhamutu Jira. Na | JECHOOTA GAMNAA ✪

Afrikaa keessa falaasama miidhagaa Ubuntuu jedhamutu Jira. Namooma jechuudha. Ilaalcha, "Ani jira sababni isaas Situ jira; yokaan immoo situ jira kanaaf nuti jirra" jedhu of keessaa qaba. Ani jira sabani isaas situ jira. Jiraachuun kee jiraachuu koof murteessaadha. Jiraachuun koos jiraachuu keef gaee guddaa taphata. Waan ani hin qabne situ qaba; waan ati hin qabne anatu qaba. Waan qabnu walitti fidannee
guutuu taana. Waliin waliif jirra!


Kitaaba gatiin nama meeqa jedhu irraa

@Jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa