#Oduu_simbirtuu Preezdaantiin Somaaliyaa duraanii Hasan Sheek Mahaammad Pirezidaantii Somaaliyaa ta’uun irra deebiin filataman. Hasan Sheek Mohaammad injifannoo filannoo marsaa sadiin dorgommii hoaa fi dinqisiisa taeen injifachuun preezdaantii Somaaliyaa ammaa Mohaammad Abdullaahii Farmajoo injifatan. @Maranata_Iyyaasuun 301 viewsChala Dame, edited 21:06