Get Mystery Box with random crypto!

Torban Macaafa Qulqulluu * Torban Macaafa Qulqulluu Biyyooles | Hundee Amantoota Wangeelaa

Torban Macaafa Qulqulluu
*

Torban Macaafa Qulqulluu Biyyoolessaa Waldaa Warra Wangeelaa Itoophiyaa Makanaa Yesuus Waxabajjii 12 hanga Waxabajjii 19, 2014tti ni kabajama. Waggaa waggaan ji’a Waxabajjii keessa Waldaattini ni kabajama . Kabaja Torban Macaafa Qulqulluu guyyoota 8f turu kana irratti Macaafa Qulqulluu namoota biroof kennuudhaan, hojii namoota wangeelaaf aarsaa ta’anii yaadachuu fi Macaafa Qulqulluu afaanota hanga ammaatti hin hiikamnetti hiikuuf deeggarsa maallaqaa barbaachisu gochuudhaan kabajama.

@Maranata_Iyyaasuun