Get Mystery Box with random crypto!

Waan tajaajiltu beektaa? ****** Gaaffi koo bara kanaati. Man | Hundee Amantoota Wangeelaa

Waan tajaajiltu beektaa?
******

Gaaffi koo bara kanaati. Mana cidhaa ykn keessumaa kabajaa taatee gaafa waamamtu. Hangam qophoofta? Nama sana gammachisuuf hangam ifaajjaa? Yaada kootti gaafan deebi'uu carra argatte kamittuu Kiristoosin dhiiftee of yoo mul'iftee ati tajaajilaa dhuunfaa keetiti malee tajaajilaa Kiristoosin akka hin taane beeki Ati anbaasadara Kiristoosim. Ambaasadarri biyya bakka bu'eef sanaf qofa hojjata waa'ee biyya isaa dubbata.
Ati hoo? Waltajjii baatee hundarratti inni waa'ee biyya lafaaf waa'ee kee qofa odeessa ooltu eenyuf bakka buutee?

Inni ati tajaajiltu Obbolessa koo obboletti koo akka mootii moototaa goofta gooftotaa tajaajiltu beeki.

@Maranata_Iyyaasuun