Get Mystery Box with random crypto!

Oduun faarfatuu Zerfee Kebedee amaantii jijjirtee gara Ortodok | Hundee Amantoota Wangeelaa

Oduun faarfatuu Zerfee Kebedee amaantii jijjirtee gara Ortodoksii deebiite jedhamu soba. Guyyaa eebba albama faarfaanna ishee jijiirame malee Zerfeen isaan amanee Gooftaa koo irraa ijaa koo hin buqqifadhu jettee jirti.


@Maranata_Iyyaasuun