Get Mystery Box with random crypto!

YESUS NI DHUFA

Logo of telegram channel maranatayesuus — YESUS NI DHUFA Y
Logo of telegram channel maranatayesuus — YESUS NI DHUFA
Channel address: @maranatayesuus
Categories: Telegram
Language: English
Subscribers: 619
Description from channel

Chaanalii kanarraa
📖Barnoota Macaafa Qulqulluu Bu'uura godhate,
📖Faarfannoota Kiristoos urga'aan
📖Gorsa Kiristaanotaa fi
📖Dubbii namoota Waaqayyo beekamoo
📖 Gaaffii fi Deebii Kitaaba Qulqulluu dubbisuu
https://t.me/joinchat/AAAAAFEX8ndCHknJwlALew

Ratings & Reviews

4.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

2

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 2

2023-05-27 02:27:13 GAA'ELA GAARII

═══════════
Barnoota Gaa'elaa Karaa Qindaa'aa ta'een Barachuu ni Barbaaddaa?

═══════════
Waa'ee warra waljaalatanii Macaafni Qulqulluun Maal Jedha?

═══════════
Abbaan manaa fi haati manaa gaa'ela keessatti jaalalaan akkamitti waldanda'anii turu?

═══════════
Bakkuma jirtan jiraattanii barnoota kana bilisaan barachuu dandeessu!
Maarree link armaan gadii tuquun nutti dabalamaa!

Yeroo dhihoo keessatti tajaajilichi ni jalqaba!
33 viewsGetu Abera✟, 23:27
Open / Comment
2023-05-27 01:19:18 HOPE PROMOTION
Beeksisa — 2ffaa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬

Baga Nagaan Dhuftan! Channel kanneen armaan gadii guyyaa guyyaadhaan haalduree adda addaa irratti waan haaraa isiniif dhiheessu! JOIN godhadhaa!

Irraa barattu! Ni bohaartu!Tajaajila argattanitti ni gammaddu!

JOIN ALL CHANNEL

▬▬▬▬▬▬▬▬▬
█▓▒►JOIN ►▒▓█
 █▓▒►JOIN ►▒▓█
 █▓▒►JOIN ►▒▓█
 █▓▒►JOIN ►▒▓█
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
34 viewsGetu Abera✟, 22:19
Open / Comment
2021-02-01 21:11:53 WANGEELA AYYAANAA
====================

Dubbiiwwan jajjaboo gootichi haaromsaa Maartin Luuter dubbate keessaa muraasni:-

1) Kadhannaan waldaa kristiyaanaatiif dallaa, dahannoo fi meeshaa waraanaa gaarii dha.

2) Wangeelli, Macaafa Qulqulluu qofa irratti hin barreeffamne; mukkeen, daraarawwan, duumessa, urjiiwwanii fi wantootni hundinuu hojii dinqii fi fayyisuu Waaqayyoo dhugaa ba'u.

3) Jiraachuuf somba keenyaan hafuura baafachuu nu barbaachisa; kadhannaan ammoo sana caalaatti kristiyaana tokko ni barbaachisa.

4) Waaqni tolfamaan addunyaa kanaa sooruma, gammachuu foonii fi of-tuulummaa dha.

5) Nageenyi kan jiraatu yoo dandaa'ame qofa; garuu Dhugaan yeroo kamuu jiraataa dha.

6) Amantiin dhuunfaatti waan ta'eef akkuma xiyya ifaa daandii sirrii irra adeema. Garuu jaalalli obboloota hundumaatti calaqqisuudhaan faffaca'ee kallattii hundumaa irra yaa'a.

7) Seerri sodaa firdii fi du'aaf hojjeta; Ayyaanni immoo abdii fi araaraaf hojjeta.

8) Hiriyummaa, hariiroo fi dhaabbatni dinqisiisaan gaa'ela caalu lafa kana irra hin jiru.

9) Gaafa hundumaa, Yesus guyyaa kaleessaa waan du'e natti fakkaata. [Hojiin Yesus fannoo irratti hojjete, du'ee du'a na oolchuun isaa taatee sammuu koo keessatti iddoo ol aanaa qabu waan ta'eef.]

10) Bakka Waaqayyo waldaa kristiyaanaa dhaabu maratti Seexanni immoo chaappilii [waldaa xiqqoo] dhaaba.
--------------------------

Wabii:- Dubbii Jiraataa [fb page]




============
J o i n & S h a r e
============

@MaranataYesuus
@MaranataYesuus
@MaranataYesuus
348 viewsedited  18:11
Open / Comment
2021-02-01 19:29:11 Abbummaa keen beeka Gooftaa


Faarfannaa


============
J o i n
============

@MaranataYesuus
@MaranataYesuus
@MaranataYesuus
322 viewsedited  16:29
Open / Comment
2021-01-31 21:47:07 Faarfannaa


============
J o i n
============

@MaranataYesuus
@MaranataYesuus
@MaranataYesuus



414 views18:47
Open / Comment
2021-01-31 16:45:31 Akraarii fi Nama Hafuuraa
=====================

'akraarii' (ሐይማኖት አጥባቂ/ pious or piety)...afaan biraa waanan fayyadameef dhiifama jechaa asumaan afaan Oromootiin hiikasaa nuuf himaa.

Akraaronni amantaa kamuu keessa ni jiru. Akraaronni karaa sirrii hin taaneen amantaa ofiitiif warra mormuudha. Warri akkasii sirriis haa ta'u dogoggoras haa qabaatu amantaan isaanii akka tuqamu hin barbaadan. Dhugaa caalaa amantaa jaallatu.

Mee garaagarummaa akraarotaa fi nama hafuuraa gidduu jiru gabaabsinee haa ilaallu:

Namni hafuuraa dhugaadhaan masakama; shufeeriin nama akraarii konkolaachisu garuu miira isaati.

Namni hafuuraa waan gaafatame hundaaf deebii qaba; hidhii akraarotaa jala garuu summiitu jira. akraariin arrabaan lola.

namni hafuuraa ogeessa. waan itti amane sana fixeellee beekuu baatu hamma humna isaa bareechee beeka. beekumsi akraarotaa garuu qumxaa caalaa gabaabduudha.

namni hafuuraa amantiidhaan jiraata; akraaronni garuu amantaa malee amantii hin qaban.

namni amantii qabu waan ijaan hin mul'anne amana, namni amantaa qofaan dhaadatu (akraariin)ammoo miseensa dhaabbata amantaa(Religious organization) tokkoo qofa.

namni hafuuraa dhugaadhaaf jedhee du'a; akraaronni garuu sababii amantaan isaanii tuqameef hamma nama ajjeesuutti gahu.

diinni nama hafuuraa sobaafi abbaa sobaa(Seexana) qofa; diinni akraarotaa garuu nama yaada isaanii mormeedha.

namni hafuuraa sababaawaa(logical)dha; akraaronni garuu Doogimaatti amanu. Waaqarraayis haa buusu, lafa jalaayis haa burqisiisu waanuma abbaan amantaa isaanii jedhe osoo hin alanfatin liqimsu.

namni hafuuraa qeeqa ni fudhata, dogoggora ofii isaarraas ni barata; akraaronni garuu madaan isaanii yoo tuqame ni danfu, negative side isaaniitti yoo buute si jibbuuf sababa gahaa qabu.

Namni hafuuraa osoo jalqabuun isaa bakkeetti hin mul'atin xumuree milkaa'a; akraaronni garuu fuula namaatti mul'achuuf jecha "na argaa na argaa" baay'isu. xiyyeeffannoon isaanii alaan mudo-maleessa ta'anii mul'achuudha.

dameen nama hafuuraa kallattii baay'eetti faca'ee guddatee ija kenna. ofirraa hafanii nama biraaf ta'u; akraaronni garuu osuma qilleensaan garmaamanuu osoo hin guddatin hafu. Akraaronni ofiif hin ta'an nama biraas hin fayyadan maseenaa fi dheedhii ta'anii hafu.

Akraarii ta'uurra nama Hafuuraa haa taanu.

Obboleessa keenya Oliyaad Makuriyaati



============
J o i n & S h a r e
============

@MaranataYesuus
@MaranataYesuus
@MaranataYesuus
475 views13:45
Open / Comment
2021-01-31 08:18:09 Baay’ee Ajaa’iba

Faarfannaa Wangeela


Waaqeffannaa gaarii!



============
J o i n
============

@MaranataYesuus
@MaranataYesuus
@MaranataYesuus
511 viewsedited  05:18
Open / Comment
2021-01-30 23:53:08
Yoo hordofne sagantaa kanarra waan baay’ee hubanna! Gooftaan yaa ulfatu!
518 viewsedited  20:53
Open / Comment
2021-01-30 20:24:56 Yeroo Waaqeffannaa gaarii qabaanneef Waaqayyoof galanni haa ta’u.
Obboloota karaa garaa garaan nu tajaajilaan Waaqayyo isaan haa eebbisu, Ayyaanni Waaqayyoo isaanif haa baay’atu jechaa, Sagantaa keenya kan guyyaa har’aa asuma irraatti raawwanna. Waaqeffannaan keenya kallattii torbees yeroosaa eeggatee itti fufa.
Barumsootni torban keessatti qabnus guyyoota isaanii eeggatanii waan isiniif dhiyaataniif itti gargaaramaa.
Obboloota keessan warra kaanillee gara Tokkummaa kanaatti affeeraa isiniin jenna
Sagantaa keenya irratti yaada/gaaffii yoo qabaattan karaa keessaa /inbox/nuquunnamaa
559 views17:24
Open / Comment
2021-01-30 19:52:17 Waa’ee Sagalee Jireenyaa isa dhageenyeef Waaqayyo haa ulfaatu. Obboleessa keenyafis Ayyaanni waaqayyoo isaaf haa baay’atu!!!
kanatti fufuun Obboleessa keenya #Eliyaas waliin #Waaqayyoon_kadhanna.
AFFEERAMTANIITTU!!!
519 views16:52
Open / Comment