Get Mystery Box with random crypto!

YESUS NI DHUFA

Logo of telegram channel maranatayesuus — YESUS NI DHUFA Y
Logo of telegram channel maranatayesuus — YESUS NI DHUFA
Channel address: @maranatayesuus
Categories: Telegram
Language: English
Subscribers: 619
Description from channel

Chaanalii kanarraa
📖Barnoota Macaafa Qulqulluu Bu'uura godhate,
📖Faarfannoota Kiristoos urga'aan
📖Gorsa Kiristaanotaa fi
📖Dubbii namoota Waaqayyo beekamoo
📖 Gaaffii fi Deebii Kitaaba Qulqulluu dubbisuu
https://t.me/joinchat/AAAAAFEX8ndCHknJwlALew

Ratings & Reviews

4.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

2

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 3

2021-01-30 19:40:49 Kanatti fufuu dhaan #Sagalee_Waaqayyoo Mata-duree #Buddeena_Jiraataa_Tokkicha jedhu irratti karaa Obboleessa keenya #Lammii nuuf dhiyaatu dhageenya.
AFFEERAMTANIITTU!!!
503 views16:40
Open / Comment
2021-01-30 19:27:49 Waaqayyo hunduma keessan haa eebbisu, Obboleessa keenya Ermii ayyaanni waaqayyoo siif haa baay’atu!
Kanatti fufuudhaan #walaloo Obboleessa keenya #Misaaqiin nuuf dhiyaatu dhaggeeffanna
494 views16:27
Open / Comment
2021-01-30 19:27:01 Akkam jirtu maatii Waaqayyoo. Ayyaannii, araarrii fi nagaan Waaqayyoo bakka isin jirtan hundumatti isiniif haa baay’atu jechaa,
Sagantaa keenya isa guyyaa haaraa #Faarfannaa dhaan jalqabna. Obboleessa keenya #Ermii waliin waaqeffanna.
AFFEERAMTANIITTU!!!
486 views16:27
Open / Comment
2021-01-30 17:18:10
Hundinuu Afeeramtanii jirtu!
====================

Galgala sa'a 1:00-2:00 wajjin yaa Waaqeffannu!

Not to miss
Har’a galgalas waliin waaqaeffanna!
Buddeenicha jiraataa tokkicha waliin qooddanna!
Stay tuned with dhugaa tokkichaa telegram channel
https://t.me/Kiristosdhugicha

Akkasumas Chaanalii kana (Bartoota Gooftaa) irratti kallattin argatu!
553 viewsedited  14:18
Open / Comment
2021-01-29 22:48:19
"Shabshaban kan Amaaraati!"

Sababi Yoonin jedheef akka waan Saba Amaaraa tufateetti waan miidiyaa Hawaasa irra adeemuu qabiyyee inni jechuuf jedhe akka hin taneef kan dhiifama hin gaafachisne ta'uu mirkana’e!

Bal'ina isaa boruun qabee deebi'a!


Halkan gaarii!



============
J o i n
============

@MaranataYesuus
@MaranataYesuus
@MaranataYesuus
639 viewsedited  19:48
Open / Comment
2021-01-29 20:29:01 Watch "Meetii Tasfaa (Moofaa Jiraachuun Hafe)" on YouTube


643 views17:29
Open / Comment
2021-01-29 12:41:37
Chaanalii Youtube keenyarraa

(Yeroo dhiyootti!)

Barnoota Macaafa Qulqulluu Bu'uura godhate,

Faarfannoota Kiristoos urga'aan

Gorsa Kiristaanotaa fi

Barnoota namoota Waaqayyo beekamoo

Gaaffii fi Deebii Kitaaba Qulqulluu dubbisuu fi hubachuuf fayyadan salphaatti argatu!

Gaaffii qabdaniif deebiin kan itti laatamu!

Maatii Chaanalii keenyaa ta’a!

Maatii ta'uuf link kanaan seenuun Subcribe godha!

https://www.youtube.com/channel/UC9aYweuyJSSjV20ZjXmY41w
632 views09:41
Open / Comment
2021-01-29 08:05:07
Kan dhageessisee dubbisu, kan eegu yaa gammadu!
===================

Abdiin keenya guddichi Macaafa Qulqulluudha! Qajeelchaan jireenya Kiristaanummaa keenyaas asuma keessa jira! Garuu guyyaatti hangam dubbista? Hanga ammatti caaffata asi keessa jiraan keessaa meeqa dubbiste?

Yoo dubbiste Eebbifamtee jirta jabaadhu! Yoo hin dubbisne maaltuu si dhorke? Gooftaan Abbaa kee ta’u ni amantaa? Ilmi ykn Intalli waa’ee abbaa isaa/ishee hin beekne nama gaariidha jettee amantaa? Ishoo kanaaf har'a kaastee akka dubbistu abdiin qaba! Gooftaan immoo si gargara!

Nagaan siif yaa baay’atu! Nagaan ooli!

Guyyaa gaarii!



============
J o i n
============

@MaranataYesuus
@MaranataYesuus
@MaranataYesuus
745 viewsedited  05:05
Open / Comment